-
Tafakkur
Amaazoon
Dachiin teenya tun waa hedduun badhaafamtee jirti. Lubbu qabeeyyii fi Lubbu dhabeeyyii dabalatee waan hedduun guutamtee jirti. Gama hawaatis yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa
Barbaachisummaa Yeroo
Sa’aa barruu tana dubbisaa jirtanitti, umrii isiniif kennamerraa daqiiqaawwan hir’ifamutti jiru. Yeroon amma dabrite tun, abaduu haga nuti dachii tanarraa…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Meerkurii
Meerkuriin plaanetoota hanga amaatti beekaman keesaa xiqqoo yoo taatu, Adutti dhihaattee argamti. maqaan Meerkurii jedhu kun, maqaa sanamaa warri…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu
Ajaa’iba Uumamaa Keessaa Muraasa
Tajaajila Arrabaa keessaa tokko soorata dhandhamuudha. Namni arraba hin qabne mi’aa soorataa adda baafatuu hin danda’u. Arrabni keenya hancufaan malee…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Gafarsa
Gafarsi Bineensa guddaa gosa maatii Bovidae Jedhamu keessatti ramadamu yoo ta’u, maatiin Bovidae kun bineeldota manaa kan Akka Horiitis of…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa
Wal bira dhaabbachuu
Jaarraa 14 dura yeroo Ergamaan Rahmataa (SAW) ergaman, Mushrikoonni Makkaa Ergamaa Rabbii (SAW) fi sahaabota dararaa turan. Inumaahuu Rasuulli (SAW)…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Veenas/Venus
Veenas Aduu irraa Meerikuritti aanuudhaan lammaffaa irratti argamti. Dachiin irra jirru tun ammoo Sadaffaa irratti argamti. Veenas Wantoota Hawaa kana…
Guutuu Dubbisi » -
Tana Quba Qabduu
Wantoota Ajaa’ibaa kan Bishaaniin wal qabatan
Bishaan jireenya lubbu qabeeyyii hundaatiif haalaan barbaachisaadha. Walumaa galatti addunyaan tun jiraachuudhaaf bishaanitti haajamti jechuu dandeenya. Biqiltootaafi bineensonni, ilmi namaafi…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa
Muslimaa fi Miidiyaalee Hawaasaa
Faaruun hundi kan Rabbii ol aaneeti. Rabbii bara kana nu jiraachisee, wantoota garagaraa akka fayyadamnu nu taasiseeti. Haala ummanni nuun…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur
Maars
Pilaaneetoonni ilmi namaa hanga ammaatti argama isaanii qajeellotti beeke sagal yoo tahan, hundi isaaniituu kan jiraachuun isaanii saayinsii qabatamaan mirkanaawe.…
Guutuu Dubbisi »