-
Afrikaa

Paartiileen mormituu Suudaan lammiileen biyyattii mormii prezdaant Umar Al-Bashiir irratti jalqaban akka itti fufan waamicha godhan
Gamtaan paartiilee mormituu afur ofkeessatti hammate ibsa Khamiisa hardhaa baaseen, lammiileen Suudaan Jum’aa boruu guutuu biyyattii keessatti mormii akka geggeessanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sa’uudiin namoota ajjeechaa gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjiitiin shakkaman mana murtiitti kan dhiheessite tahuu gabaafame
Lammiileen Sa’uudii 11 ajjeechaa Jamaal Khaashoqjiitiin shakkamanii too’annaa jala turan yeroo jalqabatiif mana murtiitti kan dhihaatan yoo tahu, Abbaan Alangaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Kooriyaan Kabaa Ameerikaan qoqqobbii irra keette yoo kan hin kaasne tahe gabbisa Niwukilarii dhaabdee turte kan jalqabdu tahuu akeekkachiiste
Prezdaantiin Kooriyaa Kaabaa bara haaraya ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee ummata biyyattiitiif dabarse keessatti, Ameerikaan ummata addunyaa duratti waadaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ogeeyyonni fayyaa Ityoophiyaa tajaajila tola ooltummaa kennuuf gara Eertiraa imalan
Ibsi waajjira dubbi himaa ministeera haajaa alaa irraa bahe akka mul’isutti, gareen ogeeyyota fayyaa Ityoophiyaa miseensota 39 qabu har’a yeroo…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ministeerri haajaa alaa Dr. Warqineh Gabayyoo gara Khaartuum imaluun prezdaant Umar Al-Bashiir waliin mari’ate
Ministeerri haajaa alaa Dr. Warqineh Gabayyoo Isniina har’aa gara Suudaan imaluun prezdaant Umar Al-Bashiir fi ministeera haajaa alaa biyyattii Dr.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guddaan magaalaa Hararii fi magaalaa Daseetti geggeeffame
Sagantaan da’awaa magaalaa Harar, Istaadiyoomii Imaamu Ahmad keessatti kan geggeeffame yoo tahu, jiraattonni magaalaa Hararii fi naannawa sanii kumaatamaan lakkaahaman…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Xaalibaan affeerraa marii nageenyaa mootummaa Afgaanistaan irraa dhihaateef kan dide tahuu gabaafame
Lola Afgaanistaan keessatti waggoota 17 oliif geggeefamaa jiruuf furmaata barbaaduuf, torbee lama dura bakka buutonni mootummoota Ameerikaa, Paakistaan, Sa’uudii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mootummaan Masri Haleellaa Turistoota irratti raawwatame hordofuun hidhattoota 40 ajjeessuu beeksiise
Mootummaan masrii ibsa baaseen akka jedhetti, haleellaa guyyaa kaleessaa turistoota irratti raawwatame hordofuun, poolisiin biyyattii Sabtii hardhaa duula naannolee lama…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Emreets fi Bahreeyn Imbaasiiwwan Damashiq keessatti cufanii turan banan
Fincila ummataa bara 2011 Suuriyaa keessatti dhoohe hordofuun lola hamaa biyyattii keessatti ka’een wal qabatee, biyyoonni Arabaa heddu hariiroo mootummaa…
Guutuu Dubbisi »










