-
Odeeyfannoo

Muummichi ministeera Ayarlaand daaw’annaa hujiitiif Finfinnee seene
Muummichi ministeera Ayarlaand Liyoo Varadkaarn ganama har’aa Finfinnee kan seene yoo tahu, gita isaa muummicha ministeeraa Dr Abiy Ahmad waliin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Gabon Update: Mootummaan Gaaboon yaalii fonqolcha mootummaa fashaleessuu beeksise
Dubbi himaan mootummaa biyyattii Guy-Bertrand Mapangou Radio France International’f akka himetti, dhaabbata Raadiyoo biyyoolessaa dabalatee dhaabbilee loltootnni fonqolcha yaalan qabatanii…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

BREAKING: Loltoonni Gaaboon dhaabbata Raadiyoo biyyattii too’achuun yaalii fonqolcha mootummaa kan geggeessaa jiran tahuu gabaafame
Loltoonni kunniin ganama har’a dhaabbilee mootummaa heddu kan too’atan yoo tahu, Raadiyoo biyyooleessaatiin mufii mootummaa irratti qaban ibsuun dhaabbileen hundi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Burraayyuutti mata duree Tokkummaa fi Nageenya jedhuun Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaan kun Jama’aa Masjiida Nuur kan magaalaa Burraayyuu keessatti argamuutiin kan qophaa’e yoo tahu, ulamaa’oonni gurguddoon biyya keenyaa, Ustaazonni fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Jimmaa Magaalaa Omoo Nadaatti Konfiransiin Islaamaa guddaan geggeeffame
Kaayyoon Konfiransii kanaa, masjiida guddaa magaalattii keessatti hirmaannaa ummataatiin ijaaramaa jiru xumursiisuuf galii walitti qabuuf kan qophaa’e tahuu odeeyfannoon ni…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

“‹”‹Xaalibaan mariin nageenyaa ji’a kana keessa Ameerikaa waliin geggeessuuf karoorfame Qaxar keessatti akka tahu gaafate
Lola Afgaanistaan keessatti waggoota 17 oliif geggeefamaa jiruuf furmaata barbaaduuf, ji’a darbe keessa bakka buutonni mootummoota Ameerikaa, Paakistaan, Sa’uudii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ameerikaan filannoo Koongoo keessatti geggeefameen walqabatee jeequmsi ni ka’a sababa jedhuun, loltoota isii Gaaboon keessa kan qubsiifte tahuu gabaafame
Filannoo prezdaantummaa Koongoo (DRC) keessatti December 30/2018 geggeefame hordofuun jeequmsi ka’uu malaa sodaan jedhu kan babal’ataa dhufe yoo tahu, Ameerikaan…
Guutuu Dubbisi »










