-
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Sa’udii imale
Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif har’a galagala gara Sa’udii kan imale tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti Dr…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Keeniyaan Labsii Yakka karaa Interneetiin raawwatamu ittiin too’attu raggaasifte
Keeniyaan seera Yakka Saayibarii ittiin too’attu kan raggaasifte tahuu gabaasni VOA irraa arganne ni mul’isa. Wixinee seeraa ministeerri Kominikeeshiinii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

BREAKING: Hoogganaan Paartii Mormituu Maaleezhiyaa Anwaar Ibraahiim mana hidhaatii gad lakkifame
Muummichi ministeera Maleezhiyaa torbaan dabre haraya filatame Dr Mahtiir Muhammad sirna muudama isaa irratti hoogganaa paartii mormituu mana hidhaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kooriyaan Kaabaa Marii Traamp waliin geggeessuuf Karoorfatte kan haquu maltu tahuu akekkachiifte
Shaakala waraanaa Kooriyaan Kibbaa fi Ameerikaan guyyaa kaleessaa geggeessan hordofuun, Kooriyaan Kaabaa marii Kooriyaa Kibbaa waliin Arba’aa har’aatiif karoorfamee ture…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ajjeechaa Isra’eel Gaazaa keessatti raawwatte biyyoonni addunyaa heddu balaaleffataa jiru
Ameerikaan guyyaa kaleessaa Imbaasii isii Telaviiv irraa gara Al-Qudsittii kan jijjiirte yoo tahu, waraanni Isra’eel ammoo Gaazaa keessatti Falasxiinota mormii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Lammileen Oromoo Naannoo Soomalee irraa buqqifamanii Kaampii Hammarreessaa qubsiifaman rakkoo hamaa keessa jiraatuu dubbatan
Lammileen Oromoo miiliyoona tokkoo ol tahan daangaa naannoo Soomalee irraa buqqifamanii kaampiilee heddu keessatti qubsiifamuun isaanii ni beekkama. Lammiilee kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartiin Adda Dimokraatawaa Oromoo mootummaa Itoophiyaa waliin marii jalqabuu beeksise
Paartiin Adda Dimokraatawaa Oromo jedhamu kan Obbo Leencoo lataatiin durfamu mootummaa Itoophiyaa waliin haasawa kan jalqabe tahuu ibse. Dhaabbatichi ibsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan eebba manzuuma Raayyaa Abbaamaccaa “Lammiin Lammiif” jedhu gaggeeffame
Qophiin eebba CD Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa har’a ganama Finfinnee Buraayyuu galma Shaaqaa Moolitti bifa oowwaa taheen gaggeeffamee jira.Ustaaz Raayyaan…
Guutuu Dubbisi »








