-
Awrooppaa

Gareen AfD jedhamu kan jibbaa Muslimootaa leellisu, hojjattoonni Muslimaa ji’a Ramadaanaa keessa hujii isaanii irraa akka ugguraman gaafate.
Miseensoonni parlaamaa biyya Jarmaan kan paartii AfD irraa tahan mootummaan hojjattoota muslimaa akka Doktoroota fayyaa, Narsii, Payleetota, konkolaachiistoota Baabuuraa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Breaking News: Donald Traamp marii hoogganaa Kooriyaa Kaabaa waliin geggeessuuf Karoorfate kan haqe tahuu beeksise
Prezdaantiin Ameerikaa Donaald Traamp marii hoogganaa Kooriyaa Kaabaa Kim Jong-Un waliin geggeessuuf karoorfatee ture irratti kan hin hirmaanne tahuu beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hooggantoonni Adda Dimokraatawaa Oromoo muummicha ministeeraa waliin mari’atan
Hooggantoonni Adda dimokraatawaa Oromoo(ADO) Arba’aa kaleessaa biyya alaa irraa gara Finfinnee galan guyyaa har’aa, masaraa biyyoolesaa keessatti muummicha ministeeraa Dr…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ustaaz Abubakar Ahmad masjiida naannawa Burraayyuutti diigamee fi tarkaanfii waraanni mootummaa hawaasa muslimaa irratti fudhate balaalefate.
Guyyaa lama dura magaalaa Burrayyuu naannawa Ashawaa Meedaa jedhamuun beekamu keessatti Masjiida argamu, qondaaltota mootummaatiin akka diigamu godhamee hawaasa Muslimaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan Sagantaa Niwukilarii gabbisuu dhaabdee turte jalqabuudhaaf kan qophaayaa jirtu tahuu qondaalli biyyattii tokko hime.
Dhaabbata mootummoota gamtoomanitti biyyoonni miseensa dhaabbataa mana marii nageenyaa Shananii fi Jarman (P5+1) sagantaa Niwukilarii Iiraan ilaalchisee bara 2015 Iiraan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Shaashamanneetti Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa Guddaan geggeeffame
Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa magaalaa Shaashamanneetti Alhada har’aa geggeeffame kana irratti miseensonno Koree furmaata barbadduu hawaasa muslimaa jidduu, Sheik Makkata…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Dhibee Eboolaa Koongoo Keessatti babal’achaa dhufe irratti mari’achuuf walgahii ariifachiisaa yaame
Dhibeen Eboolaa kan bara 2014-2016 biyyoota Lixa Afrikaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafatee ture, ammaas Ripaablika Dimokraatawaa Koongoo keessatti babal’achaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Sa’udii lammiilee Itoophiyaa mana hidhaatii gad-lakkisuuf kan murteesse tahuu beeksise.
Mootummaan Saa’udii hidhamtoota lammiilee Itiyoophiyaa manneen hidhaa biyyattii keessa jiran hiikuuf qophii ta’u beeksise. Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawa’annaa…
Guutuu Dubbisi »









