-
Afrikaa
Suudaan keessatti fonqolchi mootummaa geggeeffamaa jiraatuu gabaafame
Muummicha Ministeeraa Suudaan Abdallaah Hamdook dabalatee qondaaltonni mootummaa biyyattii hedduun, humna waraanaa hanga ammaatti eenyummaan isaanii hin beekkamneen to’annoo jala…
Guutuu dubbisi... -
Tafakkur
Bineesan Uumama Sadi Fakkaatu (Okaappii)
Rabbi Qur’aana keessatti namni qalbi qabu uumama dachii irra jiru kana xiinxallee akka hubatu nu affeere. Kun ammoo akka nuti…
Guutuu dubbisi... -
Eeshiyaa
Weerara dhibee koroonaa too’achuuf jecha uggurri masjiida kabajamaa Makkah keessatti labsamee ture ka’e
Mootummaan Sa’uudii weerara dhibee koroonaa hordofuun tatamsa’iina vaayirasichaa to’achuuf jecha, masjiidota kabajamoo keessatti qajeelfamaa fi uggura garagaraa kaahee turuun ni…
Guutuu dubbisi... -
Awrooppaa
Biyya Jarmanitti Bulchiinsi Magaalaa Kolonyi Azaanni sagalee guddiftuun akka godhamu hayyame
Bulchiinsi Magaalaa Kolonyi ibsa baaseen, masjiidota magaalattii hunda keessatti salaata Jum’aatiif Azaanni sagalee guddiftuun akka godhamu hayyamuu beeksise. Kantiibaan magaalaa…
Guutuu dubbisi... -
Koroonaa
Dawaan waldhaansa dhibee Covid-19’f yaalii irraa ture bu’aa gaarii argamsiisuun ibsame.
Qorichi namoota vaayirasii koroonaatiin qabaman waldhaanuuf yaalii irra ture, namoota vaayirasichaan qabamanii dhukkuba cimaa sadarkaa du’aatiin gahuu malu keessa turan…
Guutuu dubbisi... Qalbiin akka Tasgabbooftuuf Zikrii heddumeeysaa!
Amantiiwwan fuula dachee kanarra jiran keessaa, amantiin ajajoota Rabbii hojirra oolchuudhaan gammachuu addunyaatii fi Aakhiraa nama gonfachiisu Islaamummaa qofa.Islaamummaan dawaa…
Guutuu dubbisi...-
Salaata
Istikhaarah
Istikhaarah jechuun Rabbiin wanta irra gaarii ta’etti akka nama qajeelchu kadhachuudha. Salaanni Istikhaaraa salaata yeroo dhimmi lama namarratti wal makate…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo Biyyaa
Leenjiin Imaamotaa fi Daa’iwwanii magaalaa Adoolaa Waayyuutti jalqabame
Leenjiin imaamootaa fi daa’iwwanii Majliisni Oromiyaa qopheesse, Sabtii har’aa Hagayya 22/2013, Godina Gujii Bahaa magaalaa Adoolaa Waayyuutti jalqabamee jira.Leenjii kana…
Guutuu dubbisi... -
Odeeyfannoo Biyyaa
Munshid Muhammad Awwal Saalah gara ganda Akhiraa godaane
Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uunMunshid Muhammad Awwal Saalah yeroo dheeraaf dhibee onnee kan dhukkubsataa ture yoo tahu, halkan edaa gara…
Guutuu dubbisi... -
Akhlaaqa
Sheeyxaanni baaxilatti (sobatti) suuta suutaan nama waama.
Sheeyxaanni baaxilatti (sobatti) suuta suutaan nama waama.Sheeyxaanni nama Muslimaa zinatti kuffisuun dura dubartii waliin kophaa akka taa’u, ishii waliin haasawuu…
Guutuu dubbisi...