-
Afrikaa

Korri Komishiinii Ministeerota Ityoophiyaa fi Ugaandaa, magaalaa Kaampaalaa keessatti gaggeeffame
Korri marsaa 3ffaa Komishiinii Ministeerotaa biyyoota lamaanii bara kanaa guyyaa kaleessaa magaalaa Kaamapaalaa keessatti kan geggeeffame yoo tahu, Ministeerri haajaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Gamtaan Mormitoota Suudaan Dr. Abdallaah Hamdok muummicha ministeera yeroo ce’umsaa akka tahu kaadhime
Gamtaan mormitoota Suudaan ogeessaa diinagdee beekamaa Dr. Abdallaah Hamdok, waggoota sadan dhufaniif muummicha ministeera yeroo ce’umsaa tahuun biyyattii akka hogganu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Dhuukaasa daangaa bulchiinsa Kutaa Kaashimiir keessatti loltoonni Paakistaanii fi Indiyaa wal irratti bananiin loltoonni 8 ajjeeffaman
Waraanni Paakistaan akka beeksisetti, indiyaa dangaa Kaashimiir ce’uun dhukaasa baneen loltoota Paakistaan 3 eega ajjeeseen booda, loltoonni Paakistaan deebisaa kennaniin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Israa’el dubartoota miseensa Kongirasii Ameerikaa lama gara biyyattii akka hin seenne uggurte
Dubartoonni Miseensota Kongirasii Ameerikaa tahan Rashiidaa Xaalibii fi Ilhaan Umar sabtii dhftu affeerraa dhaabbilee mirga namoomaatiin gara dachii Falsxiinotaa Israa’el…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Chaayinaan mormii Hong Kong keessatti ka’e ukkaamsuuf humna poolisii dabalataan gara bulchiinsa magaalattii ergite
Jirraattonni Bulchiinsa Magaalaa Hong Kong, mootummaan Chaayinaan dhimma magaalattii keessa seenuu hin qabu jechuun, mormiin torbaan tokko dura jalqaban cimee…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Mozaambiik namoota 41,000 eega du’anii booda mindaan ittiin nyaatamaa ture galmee irraa haquu beeksiste
Mootummaan Mozaambiik bara 2015-2019tti qorannoo waajjiraalee mootummaa biyyattii kessatti geggeesseen, maqaa namoota 41,000 ol tahani kanneen lubbuun hin jirreetiin mindaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qabxii qormaata biyyoolessaa guyyaa kaleessaa bahe irratti komiin guddaan ka’aa jiraatuu ibsame
Qabxiin qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa guyyaa kaleessaa kan ibsame yoo tahu, qabxiin barattootaa bara kanaa Finfinnee fi Oromiyaa dabalatee naannolee…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeera Paakistaan Imraan Khan Kaashimiir daaw’ataa jira
Paakistaan guyyaa hundeeffama biyyattii waggaa 72ffaa kan kabajataa jirtu yoo tahu, muummichi ministeeraa Imaraan Khan aayyana hundeeffamaa kana sababeefachuun har’a…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Mootummaan Xaaliyaan bidruuwwan baqattoota balaa galaana keessatti muudate irraa baraaraman fe’atanii biyyattii seenuuf yaalan dhoorkuu gabaafame
Bidruun Dhaabbata Faransaay Doctors without Borders jedhamuu baqattoota 356 galaana Meditraaniyaan irraa baraaraman fe’attee gara Xaaliyaan imalaa turte, daangaa galaana biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qabxiin qormaata biyyooleessaa kan kutaa 12ffaa ifa tahe
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa har’a waaree booda akka ibsetti, barattoonni qabxii qormaata isaanii karaa ergaa barreeffamaa (Text Message)…
Guutuu Dubbisi »









