-
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa Aanaa Yaaballoo naannawa Eela Diimaa jedhamutti muudateen lubbuun nama 15 ol darbe
Balaan kun kan muudate ganama har’aa naannawa sa’aa 2:30 irratti yoo ta’u, Konkolaataan ummataa akkoofsi gabatee isaa ORO 61990 tahe…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bulchiinsi magaalaa Sandaafaa dhimma masjiida Ansaar irratti mari’achuuf qophii tahuu beeksise
Masjiidni Ansaar kan magaalaa Sandaafaa ganda 03tti argamu hanga Isniina har’aatti akka diigamu ajajni jedhu bulchiinsa magaalaa Sandaafaa irraa akka…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Jimmaa Magaalaa Shawriitti sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa Muhaadaraa guddaa kana ulamaa’onni fi keessummoonni iddoo gara garaa irraa dhufan qooda fudhatanii jiru. Kaayyoon sagantaa kanaa ijaarsa masjiidaatiif…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Naayjeeriyaan filannoo Prezdaantummaa fi miseensota paarlaamaa torbee dhuftutti dabarsite
Naayjeeriyaan filannoo prezdaantummaa fi miseensota paarlaamaa sabtii har’aa February 16, 2019tti geggeessuuf turte, February 23, 2019tti kan dabarsite tahuu beeksiste.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa gara magaalaa Istee imaluun iddoo masjiidonni irra gubaman daaw’ate
Naannoo Amaaraa godina Kibba Gondaritti torbee tokko keessatti masjiidoonni sadi hordoftoota amantaa biroo jibbiinsa Islaamummaa leellisaniin gubamuu gabaasuun keenya ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Gindhiir keessatti Kolleejjii Jaami’ul Kheeyri Ijaaruuf dhakaan bu’uuraa kaa’ame
Godina Baalee magaalaa Gindhiir keessatti kolleejjii Islaamaa ijaaruuf dhakaan bu’uuraa kan kaa’ame yoo tahu, ijaarsa kolleejjii kanaa ilaalchisee hawaasni magaalatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Hoggantoonni Raashiyaa, Turkiyaa fi Iraan dhimma nageenya Suuriyaa irratti mari’atan
Hoggantoonni biyyoota sadeenii Raashiyaa magaalaa Sochii keessatti Khamiisa har’aa marii kan geggeessan yoo tahu, xiyyeeffannoon marichaa lola waggoota saddeetii oliif…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen jijjiirama dhaabbilee hawaasa Muslimaa Miidiyaaleef ibsa kenne
Koreen kun ibsa guyyaa hardhaa miidiyaalee kenne irratti, hojiiwwan guyyaa hundeeffame irraa jalqabe hanga ammaatti hojjataa turee irratti ibsa gabaabaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Boombii waraana mootummaa Iraan irratti xiyyeeffateen loltoonni 20 ol ajjeefamuu gabaafame
Haleellaa Arba’aa hardhaa Kibba baha biyyattii daangaa Paakistaan Kutaa Sistan-Baluchistan jedhamu keessatti raawwatame kanaan, miseensonni waraana Iraan “Republican Guards”jedhamuu 20…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen Jiijjirama dhaabbiilee hawaasa muslimaa irratti hojjataa jiru ibsa kan kennu tahuu beeksise
Koreen miseensota sagal qabu kan dhimmoota hawaasa muslimaa irratti qorannoo geggeessuuf hundaaye, haala adeemsa hujii hanga ammaa ture irratti Khamiisa…
Guutuu Dubbisi »










