-
Og-Barruu

Ta’ziyaa Miila Jeneraaltichaatiif Dirqamaan Qopheeffamte
Addunyaan teenya mudannoowwan gagragaraa heddu keessa dabartee arra geesse. Qaroominaa fi haala jireenyaarratti hundaa’ee wantootni addunyaa teenya tanarratti raawwataman hedduudha.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Qurxummii Miidhagina Addaa Qabu
Maqaan uumama kanaa Raas jedhama. Raas sanyiilee garagaraa 500 ol qaba. Hedduminaanis qaamman bishaanii kanneen akka garba Indiyaa, paasifiik fi…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Biyya Tanatti Ampuulii Gubatte Jijjiiruuf Hayyama Barbaachisa
Addunyaan seera nam tolcheetiin bulaa jirtu tun seerota ilma namaatii fi uumamaalee biraatiif hin tolle heddu qabdi. Seeronni fedhinnaa namoota…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Uumama Meetira 3 lafaa ol Utaalu
Barruu tana keessattis sanyii Arroolee keessaa tokko kan ta’e, waa’ee Springbok laalla. Uumamni kun Naannawa Kibba Afriikaa fi Kibba lixa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Alii Muhammad birraa gama ganda aakhiraa godaane
INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI’UUN Artist Alii Muhammad birraa dhiheenya kana muuziqaa irraa tawbachuu isaa dubbatee ture. Dhibamee…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa Bakka Roobni Jiru Fageenyarraa Fuunfatee Beeku
Saalaan (Oryx) naannawa Afriikaa gama bahaa fi Kibbaa, akkasumas Eeshiyaa keessaa biyyoota akka Urduunii fi Oomaan keessatti argama. Bineensi kun…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Mana murtii Kaanaadaa Keessatti Sorry Jedhanii Dubbachuun Yakkamaa Nama Taasisaa Ture.
Ummanni Kaanaadaa jecha Sorry jedhu haalaan jaalata. Fakkeenyaaf; gareen Ispoortii lama waliin taphatee inni tokko yoo injifate, kan injifate sun…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Adurree Rarra’aa
Uumamni kun sanyii adurreeti. Sanyii adurree wayta jennu, adurree manatti horsiifannu qofa hin seehinaa. Leenci, Qeerransi, cheetah, Puumaan akkasumas Panther…
Guutuu Dubbisi »










