-
Og-Barruu

intala waggaa 42 guutuu siree irratti hafte
Namni dachii tanarra haga jiraatu qaba. Gaafa guyyaan gahe gara irraa hafuun hin danda’amne gama du’aa imala. garuu waan du’aan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Namticha lubbuu daa’imman miilyona 2 baraaruuf sababaa tahe
Daa’imman gafa dhalatan dhiiga kubbaayyaa tokko hin caalle wajji dhalatan. Adaduma guddataa deemaniin guddinaa fi furdina qaamaa wajji dhiigni isaaniitis…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jama’aan Gaaddisa Islaamaa Sheikh Muhammad Waadootiif badhaasa gumaache
Gaaddisni Islaamaa jaarmaya biyya Keniyaa Magaalaa Naayiroobii keessatti jaaramee yeroo dheeraaf hawaasa Muslima Oromoo tajaajilaa jiru yoo tahu, yeroo heddu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Soora Qalbii, Raadiyoo Nuuralhudaa 802, May 22, 2023
Qophiileen Sagantaa kana keessatti isiniif dhiheessinu; Dhaddacha Jaalalaa Doosee 178ffaa Tana Quba Qabduu? Gurbaa sababaa uffannaatiif barnootarraa ari’ame
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Rooba Daayimandii Beeytuu?
Ija bishaanii Rabbiin nuuf kenneen yoo gama samii ol laallu duumessa argina. Duumessaa olitti urjiilee muraasa argina. Yeroo guyyaatti aduu,…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Gafarsa Eeshiyaa
Bineensi kun loon biyya keenyatti argamuun kan wal fakkaatu yoo ta’u, Maqaan isaa Yaak jedhama. Dabalataanis maqaa Gafarsa Eeshiyaa jedhamuun…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensa hin dhukkubsanne
Dhaabbileen addunyaa gurguddoon yeroo ammaa maal irratti akka wal dorgomaa jiran beeytuu? Mee fakkeenya gabaabduu isinii kennina. Telefoonuma barruu tana…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Ilbiisa Mana Namarratti Diigu
Rirmi lubbu qabeeyyii dachii tanarratti hedduminaan beekaman keessaa isa tokko. Sanyiin isaatis haga 2600 ni caala jedhamee tilmaamama. Rirmi lafa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Yunivarsiitiin Islaamaa kan Mineesotatti argamu (IUM) barattoota barsiisaa ture eebbisiise
Ameerikaa Kaabaa Kutaa Mineessotaatti kan argamu Islamic University of Minnesota (IUM); barattoota intarneetaan online barsiisaa ture magaalaa Finfinnee hoteela Ummaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Intalti Dubraa Yoo Dhalatte Biqiltuu 111 Dhaaban
Addunyaa tana yoo gad fageenyaan ilaallu wantoota garagaraa heddu xiinxaluu dandeenya. Seerri biyyoota garii nama kofalchiisa, kan garii ammoo nama…
Guutuu Dubbisi »










