-
Odeeyfannoo
Walgahiin Paarlaamaan Itoophiyaa dhimmaa Finfinnee irratti yaame eega jalqabamee booda addaan cite.
Miseensoonni Mana marii bakka bu’oota ummataa yaa’ii dhimma “faaydaa addaa” Oromiyaan Finfinnee irraa argattu ilaalchisee, ummataa mari’achiisuuf har’a waamamee ture…
Guutuu Dubbisi » Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii labsii Traamp Al-QUDS magaalaa guddoo Isra’eel jechuun dabarse kuffise
Dhabbanni Mootummaa Gamtoomanii labsii Prezdaantiin Ameerikaa Doonald Traamp Magaalaan Al-QUDS “magaalaa guddoo Isra’eel” jechuun dabrse wixinee mormu irratti biyyoonni miseensa…
Guutuu Dubbisi »Erdoogaan, dubbii Doonaald Traamp Qeeqe
Dhaabbanni mootummoota gamtoomanii guyyaa har’aa dhimma magaalaa Al-Quds irratti wal gahii gaggeeysaa oole. Prezdantiin Ameerikaa Doonaald Traamp, Biyyoota wal gahii…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo
Doonald Traamp biyyoota Labsii magaalaa Al-QUDS irratti inni baase morman irraa deeggarsa ni dhaaba jechuun sodaachise
Prezdaantiin Ameerikaa Doonald Traamp magaalaa Al-QUDSI magaalaa guddoo Isra’eel jechuun beekkumtii kennuun ni yaadatama. kanuma hordofuun labsii isaa kana biyyoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo
AL-QUDS
December 20, 2017 West Bank keessatti mormiin gaggeeffame: Itti aanaan prezdaantii Ameerikaa Maayik Peens Imala gara Isra’eelitti Arba’a har’aatiif karoorfatee…
Guutuu Dubbisi » Miseensonni Paarlaamaa Itoophiyaa Muummichi ministeera biyyattii haala yeroo irratti gaaffii isaaniitiif deebii akka kennuu gaafatan
Miseensonni paarlaamaa biyyattii haalaa daangaa Oromiyaa fi naanno Soomalee jiru ilaalchisee gaaffilee muummichi ministeeratiif dhiheessuun deebii eeggataa akka jiru. Keesattu…
Guutuu Dubbisi »-
Eeshiyaa
Sa’udiin Misaa’ela Finciltoonni Huusii Yaman irraa gara Riyaaditti dhukaasan qolachuu beeksisfte
Sa’udiin Misa’eela Finciltoonni Huusii guyyaa har’aa Yaman irraa gara magaalaa Riyaaditti dhukaasan, qilleensa irratti kan qolatte ta’uu ejensiin Odeeyfannoo biyyattii…
Guutuu Dubbisi » Magaalaa Mattuutti hiriirri mormii gaggeeffame
Godina Iluu Abbaa boor magaalaa Mattuutti guyyaa har’aa barattoonni Koolleejjii barsiisota Mattuu fi ummanni magaalaa gutuu hiriira mormii bahuun, ajjeechaa…
Guutuu Dubbisi »Dhalattoonni Oromoo Keeniyaa magaalaa Mandheeraa keessa jiraataa turan qe’ee fi qabeenya keenya irraa buqqifamne jedhan.
Dhalattoonni Oromoo Keeniyaa Magaalaa Mandheeraa keessa jiraataa turan, Waldhabbii daangaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi Naannoo Soomalee jiddutti kahe hordofuun, Dhalattoonni…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo
Lammiileen Isra’eel Benjamiin Netaniyaahuu Yakka Malaamaltummaa ittiin shakkameef akka adabamu gaafatan
Muummichi ministeera Isra’eel Beenjamiin Netaaniyaahuu waggaa darbe irraa kaasee hanga ammatti, Yakka malaamaltummaa galmee lamaan itti banameĀ qoratamaa jira. www.krogerfeedback.com…
Guutuu Dubbisi »