-
Koroonaa

Tooftaan “Herd immunity” jedhamu nama miliyoona 800 vaayirasii koroonaaf saaxiluu akka malu ibsame
Jiddugalli To’annoo Dhukkubaa Afrikaa (CDC)’n akka jedhetti, yoo tooftaa “Herd immunity” vaayirasii koroonaa to’achuuf yaalame, namootni miliyoona 800 ol vaayirasichaaf…
Guutuu Dubbisi » -
Awustraaliyaa

Vaayirasiin Koroonaa wantoota tokko tokko irra guyyoota 28 turuu danda’aa jedhame
Ejensiin saayinsii biyyooleessa Awustiraaliyaa qorannoo Vaayirasii dhibee COVID-19 irratti taasise kan ifoomse yoo tahu, Vaayirasiichi wantoota akka nootii baankii, iskiriinii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paarlaamaan Awrooppaa dhimma lammiilee Ityoophiyaa mana hidhaa Sa’uudii keessatti dararamaa jiran irratti murtee dabarse
Manni Maree Gamtaa Awurrooppaa dararaa fi sarbamiinsa mirga namoomaa lammiilee Ityoophiyaa manneen hidhaa Sa’uudii jiran irratti raawwatamaa jiru cimsee balaaleffachuun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Aalimni Guddaan biyya Keenyaa Sheikh Muhammad Aadam Wolloo gara ganda Akhiraa godaanan
Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uun Sheikh Muhammad Aadam Wolloo yeroo dheeraaf Masjidal-Haram keessati barnootaa diinii barsiisaa kan turan yoo tahan,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Godina Hadiyyaatti hawaasni Muslimaa iddoo Qabrii fi Masjida itti ijaaratan dhoorkaman
Naannoo sabaa fi sablammoota ummata kibbaa godina Hadiyyaatti hawaasni Muslimaa Masjidaa fi manneen jireenyaa akka hin ijaaraanne dhoorkamuu Majlisni godinichaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

“Prezdaantiin Faransaayi duula jibbaa Islaamummaa babaldhisaa jira” jechuun Turkiyaan balaaleeffatte
Prezdaantiin Faransaayi Imaanu’eel Maakroon haasawa jibbaa Islaamummaa Jimaata dabre taasise. Haasawni jibbaa kun dubbii ijoo Miidiyaalee ta’ee jira. Maakroon Jimaata…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sirni Umraa ji’a 7 booda jalqabame
Mootummaan Sa’uudii sababa weerara dhibee Koroonaa Vaayirasiin Masjidoota kabajamoo lamaan ji’oota torban dabre cuufuun niyaadatama. Haaluma kanaan galgala kaleessaa irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib Barattoota 112 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise
Markazni Hamzaa Bin Abdul Muxxalib kan godina Baalee Lixaa Magaalaa Roobetti argamu guyyaa har’aa barattoota 112 kan Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Traamp dhibeen COVID19 itti hammaatuun Hospitaala seene
Prezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp fi haati warraa isaa eega vaayrasii koroonatiin qabamuun mirkanaa’ee booda, kaleessa kophatti baafamanii yaalamaa jiraachuu ibsamee…
Guutuu Dubbisi »










