-
Odeeyfannoo

Magaalaa Hurrumuutti Masjiidaa fi Madrasaa ijaaruuf birriin 2,000,000 ol walitti qabame
Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Hurrumuu magaalaa Hurrumuutti, guyyaa har’aa Konfiransiin guddaan geggeeffame, kaayyoon konfiransii kanaa magaalaatti keessaatti masjidaa fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Markazni Ibaadurrahmaan barattoota 80 Hifzii qur’aanaatiin leenjisaa ture eebbisiise
Markazni Ibaadurrahmaan Godina Arsii Lixaa Aaanaa Dodolaa Ganda Sinaana Baaqaatti kan argamu yoo tahu, barattoota 80 Hifzii qur’aanaatiin leenjisaa ture…
Guutuu Dubbisi » -
Fayyaa

Koroonaa-vaayras irraa hubannoof
Akkuma beekkamu, dhukkubni Koroonaa-vaayras jalqaba biyya Chaaynaatti mul’ate. Tohannoo mootummaa Chaaynaa ala tahuun biyyoota Addunyaaw 60 ol gahuun isaa ifa.…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Hoggantoonni Ameerikaa fi Masri dhimma hidha laga Abbaay ilaalchisee telefoonaan mari’achuu gabaafame
Prezdaantiin Ameerikaa Donald Trump hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri jiddutti geggeeffamaa jiru walii galteen akka goolabamu,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Lakkoofsi Namoota Dhukkuba Vaayirasii Koronaan qabamanii 90,000 gahuu gabaafame
March 2,2020 Dhibeen kun hanga ammatti biyyoota 60 ol keessatti kan argame yoo tahu, haga guyyaa har’aa march 2,2020 lubbuu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

MAALIIF HIN SALAANNE?
Salaanni dirqama guddaa Rabbiin nurra kaaye. Waan warra amanee fii kafare addaan fooyu. Qunnamtii gabrichaa fii Rabbii isaa jidduu jirtu.…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Ameerikaa fi Xaalibaan sanadii wali galtee marii nageenyaa kan xumuraa mallatteessan
Xaalibaan fi Ameerikaa marii nageenyaa yeroo dheeraaf Qaxar magaalaa Dohaa keessatti geggeessaa kan turan yoo tahu, har’a February 29, 2020…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muhyiddiin Yaasin Muummicha ministeera Maleezhiyaa tahuun muudame
Muummichi ministeera Maleezhiyaa Dr. Mahtir Muhammad guyyaa shan dura angoo gadi lakkisuuf Malika biyyattiitif xalayaa kan galche tahuu gabaasuun keenna…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Kutaalee Biyyattii Hedduutti Tajaajilli ibsaa addaan Cite
Magaalaa Finfinnee dabalatee magaaloota biyyatti hedduutti galgala irraa kaase tajaajilli ibsaa (elektiriikii) addaan cituu dhagahame, Daayrekterri kominikeeshinii humna elektiriika Itoophiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itoophiyaatti Namni tokko Dhibee Vaayirasii Koronaan Shakkamee qorannoon taasifamaafi jira
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa, namni Chaayinaa irraa gurraandhala 15,2012 gara Ityoophiyaa dhufe tokko, dhibee Vaayirasii Koronaan shakkamee qorannoon godhamaafii jiraatuu beeksise.…
Guutuu Dubbisi »










