-
Odeeyfannoo

Dr Muhammad Abbaa Olii dorgommii Saayinsii qabeenya uumamaa idil-adduunyaa bara 2019 injifate
Dr Muhammad Abbaa Olii dorgommii qorannoo Saayinsii qabeenya uumamaa bara kanaa, kan qorannoon ogeeyyii 5278 biyyoota 90 irraa itti dhiyaate,…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Manni Murtii Idil Addunyaa-ICJ’n duguuggaa sanyii Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame ilaaluu Jalqabe
Manni Murtii Idil Addunyaa International Court of Justice (ICJ) jedhamu, duguuggaa sanyii Muslimoota Rohingiyaa irratti raawwatame ilaalchisee, himannaa yakkaa Gaambiyaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli Mootummaa Saa’uudii itti aanaa ministeera haajaa alaatiin durfamu Ityoophiyaa daaw’ataa jira
Jilli qondaaltota mootummaa Sa’uudii fi bakka bu’oota hawaasa daldala biyyattii miseensa 50 qabu kun, itti aanaa ministeera haajaa alaa Sa’uudii…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Luqmaan Al Hakiim, Akkamitti Hakiima Ta’e?
Akkamitti Hakiima taate(hayyummaa arkatte)? Ja’ani Luqmaan al Hakiim gaafatan. “Dhugaan dubbadha! Amaanaan eega! Maalaaya’nii(waan bu’aa hin qabne) irraahin fagaadha.” Ja’e.…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa Godina Iluu Abbaa Boor keessatti muudateen lubbuun nama 11 dabru gabaafame
Balaan kun kaleessa galgala Godina Iluu Abbaa Boor aanaa Algee Saachii keessatti kan muudate yoo tahu, konkolaataan Isuzu ummata fe’atee…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Komishiiniin Gamtaa Awrooppaa deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 70 Ityoophiyaa kennuuf walii galteen mallatteeffame
Prezdaantiin Komishiinii Gamtaa Awrooppaa Ursula Von der Leyen fi Daayirektarri tumsa idil addunyaa gamtichaa Ms. Jutta Urpilainen daaw’annaa hojiitiif har’a…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Bulchaan Godina Naayiroobii Maayik Soonkoo malaamaltummaan shakkaamee hidhame
Daayirektarri Abbaa Alangaa Keeniyaa Nuuraddiin Hajjii Jum’aa har’aa ibsa kenneen, Bulchaa Godina Naayiroobii dabalatee qondaaltonni mootummaa 15 to’annaa jala akka…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Paartileen Morkattootaa 10 waliin hojjachuuf Walii galtee mallatteessan
ABO dabalatee paartileen morkattootaa 10 guyyaa har’aa hoteela Ililliitti waliin hojjachuuf, walii galtee mallatteessuu gabaafame. Paartileen waliigaltee mallatteessan kunniin 1.…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Wirtuun Masjida Cambridge kan Briteenitti ijaarame eebbifame
Sagantaa Eebba kan irratti Prezdaantii Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan dabalatee, namoonni bebbeekamoon birootis argamu odeeyfannoon ni addeessa. Masjida kana ijaaruuf…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Ittisa Ityoophiyaa Obbo Lammaa Magarsaa qondaaltota Ameerikaa ol’aanoo waliin mari’ate
Jilli qondaaltota Raayyaa Ittisa Ityoophiyaa Obbo Lammaa Magarsaatiin durfamu, wixata dabre wal gahii waggaa waggaan qondaaltonni waraana Ameerikaa fi Ityoophiyaa…
Guutuu Dubbisi »










