-
Og-Barruu

Ergamaa haqaa jalan deema!
Haqa gosa abaluutirra dhara gosa tiyyaa naaf wayya jedhe namichi doofummaan gammoojjii arabaa amata 1500 dura ija jaamsite tokko. Namni…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

UN, Baqattoota Ityoophiyaa Kampii Kaakkummaatti argaman gara biyyaatti deebisuuf
Dhaabbata mootummoota gamtoomaniitti ejensiin baqattootaa (UNHCR) baqattoota Ityoophiyaa Keeniyaa kampii Kaakkuummaatti argaman fedhii isaaniitiin gara biyyaatti deebisuuf tahuu beeksise. Itti…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Soreessa Adduunyaa Jarraa 14ffaa
Yeroo ammaa kanatti Sooreyyii irraa yoo dubbatamu wanti sammuu keenya keessa dhufu, dureeyyii Addunyaa akka Bernard Arnault, Bil geet, Warren…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iiraan Droonii daangaa isii qaxxaamure rukuttee kuffisuu beeksiste
Mootummaan Iiraan ibsa baaseen, humni qilleensa biyyattii Jum’aa har’aa Droonii biyya biroo tan daangaa Kibba Lixaatiin gara Iiran seente, qarqara…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dr. Warqinah Gabayyoo Barreessaa Olaanaa IGAD ta’uun muudame
Dr. Warqinah Gabayyoo Barreessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) ta’uun muudame. Dr. Warqinahn baatii torba dura aangoo Ministeera haajaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Mariin Araaraa Roobee Baaleetti geggeeffamaa ture Milkiin xumurame.
Hiriira nagayaa torban lama dura godinaalee Oromiyaa gara garaatti geggeeffame hordofuun, iddoo adda addaatti qaamoleen gurmaa’an hiriira nagayaa kana jeequmsaatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Weerara Awwaanisaa too’achuuf Xiyyaaroonni lama ramadamuun gabaafame
Weerara Awwaanisaa godinaalee Harargee fi Naannoo Amaaraa keessatti ka’e too’achuuf, Dhaabbanni ittisa weerara Awwaanisa gammoojjii baha Afrikaa, xiyyaarota lama kan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Fayyaa Dr. Amiir Amaan aangoo gadi lakkisuuf akka tahe gabaafame
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa Dr. Amiir Amaan aangoo gadi lakkisuuf xalayaa waajjira muummicha ministeeraatiif kn galfate tahuu gabaafame. Haata’u malee ministeerichi…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Itiyoophiyaa, Suudaaniifi Masr dhimma laga Abbaay irratti mari’atan.
Hidha laga Abbaay ilaalchisee mariin kanaan dura biyyoonni sadeen geggeessaa turan fashalaayuu isaa hordofuun, mootummaan Ameerikaa biyyoota sadeen jiddutti jaarsummaa…
Guutuu Dubbisi »










