-
Odeeyfannoo

Masjiidni Al-Faaruuq kan Finfinnee Kolfee Qaraaniyootti argamu akka diigamu gaafatame
Masjiidni Al-Faaruuq waraqaa seeraa guutuu kan qabu yoo tahu, dhiphina iddoo masjiidichaatiin wal qabatee hawaasani Muslimaa naannawa sanii dhaabbilee amantaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mormii Iraaqitti eegalameef manneen barnootaa fi manneen murtii magaalaa Baagdaad cufaman.
Lammiileen Iraaq malaamaltummaa mootummaa Iraaq keessatti bababal’ataa dhufeen wal qabatee, qaalayiinsa jireenyaa hammaataa dhufe furuuf mootummaan kutannoo hin qabu; akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Mootummaan Yaman fi gareen finciltoota kibbaa walii galtee nageenyaa mallatteessan
Mootummaan Yaman kan beekkamtii UN qabuu fi gareen finciltootaa Emreetsin deeggaramu kan Kibba biyyattii Yaman irra fottoqsuuf socho’u, Kiibxata har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Konfiransiin araaraa fi nageenyaa godina Baalee Magaalaa Roobeetti geggeeffame
Hiriira nagayaa torbee dabre geggeeffame hordofuun, humnoonni gurmaayan magaalota Oromiyaa tokko tokko keessatti hiriiricha gara jeequmsaatti jijjiiruuf yaaluun isaanii ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mariin nageenyaa hawaasa Muslimaa biyya keenyaatiin Varjiiniyatti gaggeeffame
Waltajjiin marii kun dhaaba muslimoota biyya keenyaa Ameerikaa kutaa Virjiniyaa magaalaa Aleeksandeeriyaatti argamu, Salam Foundation iin kan qophaa’e yoo ta’u,…
Guutuu Dubbisi » -
Seenaa

Sheekh Muhammad Amiin Al-Karroo Rabbi rahmata haa godhuuf.
Sheekh Muhammad Amiin Abdullaahi Oromticha. Oromticha maqaa je’u anaa miti kan itti ide’e Sheekni Kitaaba Isaa hundarratti (Al-Oromii) Oromticha jechuun…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Sirni Awwaalcha Sheikh Muhammad Amiin Karroo Magaalaa Kabajamtuu Makkaatti Raawwatame
Sirni Awwaalcha Aalima guddaa Biyya keenyaa Sheikh Muhammad Amiin Karroo galgala har’aa Magaalaa Kabajamtuu Makkaa, iddoo Qabrii Ma’allaa jedhamuutti raawwatame.…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Turkiyaan Misaa’ela kiloomeetra 200 ol furguuggeffamu yaalte
Turkiyaan Misaa’ela Kruuz ogeeyyota biyya isiitiin hojjatte kana “Atmaka”jechuun kan moggaaste yoo tahu, har’a galaana irratti yaaliin raawwatte guututti kan…
Guutuu Dubbisi »










