-
Odeeyfannoo

Meeksikoo keessatti iddoon reeffi namoota 29 jumlaan itti awwaalame argame
Qondaaltonii Meeksikoo akka jedhanitti, Awwaalli jumlaa kun kan argame qarqara magaalaa Guadalajara jedhamtu tan lixa biyyattiitti argamtuu keessatti yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sa’uudiin waajjira qonsilaa Istaanbul kan gaazexeessaan keessatti ajjeefamee ture gurguruu gabaafame
Dhaabbanni Televizhiina Turkiyaa Habeturk jedhamu akka gabaasetti, Sa’uudiin waajjira qonsilaa isii Istaanbulitti argamu kan gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii bara dabre keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa Boombii Afgaanistaanitti raawwatameen namoonni 26 ol ajjeefaman
Haleellaan kun kan raawwatame iddoo lamaatti yoo tahu, inni jalqabaa iddoo Parwaan jedhamu kan kaaba magaalaa guddoo Kaabuliitti argamutti. Taateen…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Haleellaa warshaa boba’aa Sa’uudii irratti raawwatame hordofuun gatiin bobaba’aa dabaluu gabaafame
Haleellaa Sabtii dheengaddaa warshaalee boba’aa Sa’uudii lama irratti raawwatame hordofuun, Sa’uudiin boba’aa gabaa addunyaatiif dhiheessaa turte 50% kan xiqqeessite tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ityoophiyaa, Suudaan fi Masri dhimma hidha guddicha laga Abbaay irratti marii jalqaban
Ministeeronni Bishaanii biyyoota sadeenii dhimma hidha laga Abbaay irratti har’a Kaayiroo keessatti marii kan jalqaban yoo tahu, haaluma kanaan jilli…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gamtaan Biyyoota Islaamaa wal gahii ariifachiisaa magaalaa Jiddaatti geggeessaa jira
Muummichi ministeera Israa’il Benjaamiin Netiniyaahuu torbaan dabre keessa yeroo duula na filadhaa geggeessaa turetti Televizhina biyyaa irratti ‘filannoo September 17…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Abbaan Taayitaa to’annaa Nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa Oomishaalee Zeeyita nyaataa gosa 17 ummanni akka itti hin fayyadamne akeekkachiise
Abbaan Taayitaa to’annaa nyaataa fi Dawaa Ityoophiyaa magaalaa Finfinnee dabalatee qorannoo iddoo garagaraatti godhe irratti hundaa’uun, oomishaaleen Zeeyita nyaataa 17…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Ummanni Tuniiziyaa Prezdaantii biyyattii filachuuf sagalee kennuu jalqabe
Tuniiziyaan Prezdaant Sa’id Beejii kan yeroo jalqabatiif karaa dimokraatawaa taheen filatamee ture, kan July dabre amrii ta’e bakka buusuudhaaf, filannoo…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Qondaaltonni Xaalibaan Moskoo keessatti mootummaa Raashiyaa waliin mari’achuu gabaafame
Dubbii himaan Waajjira Xaalibaan Dohatti argamuu Suheeyl Shahiin akka jedhetti, qondaaltonni Xaalibaan Jum’aa dheengaddaa gara Moskoo imaluun, mariin nageenyaa Ameerikaa…
Guutuu Dubbisi »










