-
Eeshiyaa

Buufata boba’aa gurguddaa mootummaa Sa’uudii lama irratti haleellaan raawwatame
Kampaaniiwwaan booba’aa gurguddaan Sa’uudii Alba’iiq fi Kuriyaas ibiddaan gubamuu fi balaan ibiddaa ture tohatamuu dubbi himaan ministera dhimma biyya keessaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Dhaamsi gareewwan jibba Diin Islaam qaban irraa Masjidoota Jarman keessa jiraniif ergame hawaasa Muslimaa sodaachise.
Dhaamsi gareewwan jibba Diin Islaam qaban irraa Masjidoota Jarman keessa jiraniif ergame hawaasa Muslimaa sodaachise. Magaalota Jerman gara garaatti gareewwan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Qabxiin qormaata biyyooleessaa kan kutaa 10ffaa har’a waaree booda kan bahu tahuu ibsame
Ejansiin Madaallii Barnootaa fi Qormaata Biyyoolessaa akka ibsetti, har’a waaree booda Sa’aa 10:00 (4:00PM) irraa jalqabee barattoonni qabxii qormaata isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haleellaa Boombii buufata Poolisii Oromiyaa magaalaa Burraayyuu keessatti argamu irratti raawwatameen namoonni 9 madaayuu ibsame
Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa akka ibstetti, haleellaa Bombii kaleessa galgala buufata Poolisii Kora Bittinneessaa Oromiyaa magaalaa Burraayyuu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Ibidaa Magaalaa Jimmaa keessatti muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 11 shallagamu barbadayuu ibsame
Ajajaan Poolisii Magaalaa Jimmaa Komaandar Abdurrazaaq Naggaa Tajaajila Odeeyfannoo Ityoophiyaatti akka himetti, ibiddi halkan edaa naannawa magaalatti Markaatoo jedhamuun beekamu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

(no title)
Ministeerri dhimmoota namoomaa biyyattii akka jedhetti, balaa baaburaa ganama har’aa Kibba Baha Kongoo Naannoo Taangaanikaa keessatti muudate kanaan yoo xiqqaate…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Gamtaan biyyoota Islaamaa dhimma dachii Falasxiin ilaalchisee kora ariifachisaa geggeessuuf tahuu gabaafame
Muummichi ministeera Israa’il Benjaamiin Netiniyaahuu Filaannoo biyyaatti “September 17,2019 geggeeffamu irratti, irra deebiin kan filatamu yoo ta’e, dachii Falasxiin humnaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanaa qabxii seensa yunivarsitii bara 2012 ifa godhe
Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanaa qabxiin seensa yunivarsitii bara 2012 gosa barnoota afur irratti kan hundaayu akka tahe ibse. Kunis…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Muummichi ministeera Israa’el dachii Falasxiin humnaan gara Israa’elitti kutuuf dhaadate
Muummichi ministeera Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahu duula na filadhaa geggeessaa jiru ilaalchisee, Kiibxata kaleessaa haasaya Televizhina biyyattiitiin kallattiin dabreen, ” irra…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Prezdaant Tramp qondaala ol’aanaa dhimma nageenya Ameerikaa John Bolton aangoo irraa ari’e
Prezdaant Donald Tramp Waayithawusitti itti gaafatamaa dhimma nageenyaa kan ta’e, John Bolton aangoo irraa ari’uu ibsa har’a Twitter isaa irratti…
Guutuu Dubbisi »









