-
Afrikaa

Korri 15ffaa komishiinii ministeerota Ityoophiyaa fi Jibuutii geggeeffamaa jira
Jilli qondaaltota ol’aanoo Ityoophiyaa 10 of keessatti hammate kan ministeera haajaa alaa Dr. Warqinah Gabayyootiin hogganamu kaleessa galgala gara Jibuutii…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dooniiwwan Jibuutii irraa baqattoota fe’atanii gara Yaman imalaa turan dhidhiimuun namni 130 achi buuteen dhabame
Dhaabbanni Godaantota Addunyaa (IOM) akka himetti, Doonniiwwan lama baqattoota lammiilee Afrikaa bahaa fe’atanii Jibbuutii irraa gara Yaman imalaa, qarqara galaanaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjiidni Magaalaa Finfinnee keessatti diigamee ture akka deebifamee ijaaramu ajajame
Masjiidni Umar kan magaalaa Finfinnee naannawa Boolee aanaa Arraabsaatti argamu waggaa tokkoo ol hawaasa muslimaa naannawa san jiraatuuf tajaajila kennaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Ogeeyyonni UN ajjeechaa Gaazexeessaa Jamaal Khaashoqjii qorachuuf Istanbul seenan
Gareen ogeeyyota UN affeerraa mootummaa Turkiyaatiin guyyaa hardhaa Istanbul seene kun, dhaabbatichatti qorattuu addaa dhimmoota Yakka ajjeechaa kan taate Miss…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Koreen Qindeessituu Sagantaa Eebba TV Nuuralhudaa Magaalaa Riyaad Qophii isaa xumuree jira
Sagantaa Eebba TV Nuuralhudaa Sa’uudii magaalaa Riyaaditti Jum’aa dhuftu (February 1/2019) geggeeffamuuf karoorfameef, qophiin barbaachisu hundi xumuramuu Koreen qindeessituu sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Adareetti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Sagantaa mata duree “Tokkummaa fi Nageya ” jedhuun qophaaye kana irratti hawaasni muslimaa naannawa sanii lakkoofsaan heddu tahe, akkasumas ulamaa’onni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Jilli Da’awaa fi Iyyaafannoo Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu magaalaa Jajaatti sagantaa muhaadaraa geggeesse
Jilli aalima guddaa Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu kun Ustaazotaa fi munshidoota heddu of jalatti kan hammate yoo tahu, kutaa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Breaking

Breaking News: Dureessi hidda dhalataa Ityoophiyaa lammii Sa’uudii Muhammad Ali Al-amuudii mana hidhaa Sa’uudii irraa lakkifame
Mr Muhammad Huseen Al-amuudi waggaa tokko dura mootummaa Sa’uudiitiin kan hidhame tahuun ni yaadatama.
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaa Shabeetti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo magaalaa Shabeetti mata duree “mana Rabbii haa ijaarruu”jedhuun, sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffamaa jira. Kaayyoon sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjiida Salaam kan Magaalaa Finfinneetti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame
Sagantaa mata duree “Tokkummaa fi Nageenya”jedhuun geggeeffamaa jiru kana irratti ulamaa’onni gurguddoo biyya keenyaa, miseensonni koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa…
Guutuu Dubbisi »










