header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Masjiida Salaam kan Magaalaa Finfinneetti Sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame

Sagantaa mata duree “Tokkummaa fi Nageenya”jedhuun geggeeffamaa jiru kana irratti ulamaa’onni gurguddoo biyya keenyaa, miseensonni koree furmaata barbaadduu hawaasa muslimaa fi ustaazoonni akkasumas hawaasni muslimaa lakkoofsaan heddu tahe argame jira. Ulamaa’onni gurguddoon saganticha irratti argaman, ummanni muslimaa jijjiirama yeroo ammaa biyyatti keessatti argame kana akka kunuunfatu dhaamsa dabarsaniiru.

Miseensonni Koree dhimma hawaasa muslimaa akka qoratuuf hundeeffamee, haala hundeeffama Majlisaa ilaalchisee dhaamsa dabarsanii jiru.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button