-
Awrooppaa

Lammiileen biyyoota Awrooppaa hedduu dararaa mootummaan Chaayinaa Muslimoota biyyattii irratti raawwatu balaaffetuun mormii geggeessan
Chaayinaan yeroo dhihoo asitti dhiibbaa muslimoota biyyattii irratti raawwattu hammeessitee kan itti fufte yoo tahu, keessummattu kutaa biyyatti Zinjiyaang jedhamu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Walitti bu’iinsa aanaa Baabbilee gandoota afur keessatti umameen namni hedduun qe’ee fi qabeenya irra buqqifamuu gabaafame
Godina Harargee bahaa aanaa Baabbilee Aradaalee Gamachuu, barkalee, Awshariif ,lakkoolee fi Erar ibaadaa keessatti, guyyoota sadan dabran keessa walitti bu’iinsa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Naannoo Kibbaa Magaalaa Halaabaatti Konfiransiin da’awaa guddaan geggeeffamaa jira
Konfiransiin da’awaa guyyaa kaleessaa jalqabame kun guyyaa hardhaatis kan itti fufeyoo tahu, kaayyoon sagantaa kanaa duula hamaa hawaasa muslimaa kafarsiisuuf…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Iraan misaa’ela fageenya jiddu galeessa furguuggeffamu oomishuu beeksiste
Iraan waggaa 40ffaa warraaqsa ummata biyyattii sababeeffachuun, misaa’ela haaraya fageenya kilomeetra 1,350 furguuggeffamu yaaliin geggeessite milkaahuu beeksiste. Ministeerri ittisa biyyattii…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Manni Maree Ministeerotaa walii galtee miseensummaa naannawa daldala bilisaa biyyoota Afrikaa raggaasise
Manni marichaa walga’ii har’a gaggeessen walii galtee kana kan raggaasise yoo tahu, walii galteen kun hujii muummichi ministeeraa Dr Abiy…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Waltajjiin marii paartilee siyaasaa Ityoophiyaa galma walga’ii Komishiinii Diinagdee Afrikaatti geggeeffame
Waltajjii Sabtii har’aa mata duree “aadaa siyaasa biyyattii jijjiiruu fi dirree dimokraasii bal’isuu”jedhuun geggeeffame kana irratti, muummicha ministeeraa Dr. Abiy…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

BREAKING: Ameerikaan walii galtee Niwukilarii Raashiyaa waliin mallatteessitee turte keessaa bahuu beeksiste
Ameerikaa fi Raashiyaan bara 1987 walii galtee oomisha meeshaa waraana Niwukilarii fageenya jiddu galeessaa ugguru (Intermediate-Range Nuclear Forces Treaty) jedhamu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Hawaasni Muslimaa magaalaa Ejeree iddoon Masjiidaa fi Awwaalchaa kennameefii ture seeraan ala kan jalaa fudhatame tahuu ibsan
Godina Shawaa Kabaa Aanaa Hidhabuu Abootee magaalaa Ejjeereetti hawaasni muslimaa iddoo Masjiidaa fi Awwaalchaa dhabuun rakkoo keessa jirra jedhan. Jiraataan…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sa’uudiin duula farra malaammaltummaa waggaa tokko dura eegalte xumuruu beeksiste
Mootumman Sa’uudii xumura bara 2017 irraa eegalee duula farra malaamaltummaa dhaaltuu gonfoo Muhammad Bin Salmaaniin durfamu kan geggeessaa ture yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Falmiin hoggantoota Siyaasaa Venezuweelaa jiddutti muudate ammas akkuma itti fufetti jira
Gaaga’ama Siyaasaa Venezuweelaa keessatti hammaataa dhufeen wal qabatee manni murtii ol’aanaa biyyattii Juan Guadio biyyaa akka hin bane, akkasumas qabeenyi…
Guutuu Dubbisi »










