-
Odeeyfannoo

Muummichi ministeeraa Boordii Filaannoo Biyyoolessaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif kaadhimamtoota Paarlaamaaf kan dhiheessu tahuu gabaafame
Paarlaamaan walgahii Idilee isaa guyyaa boruu geggeessu irratti, Boordii Filaannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa fi Komishiinii mirga namoomaa Ityoophiyaa akka hoggananiif, kaadhimamtoota…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Yaman Keessatti waggoota sadan dabran hanqina nyaataatiin qofa daa’imman 85,000 ol kan du’an tahuu gabaafame
Dhaabbatni ‘Save the Children’ daataa UN irratti hundaayuun qorannoo geggeesseen, lola Yaman keessatti waggoota sadihiif geggeefamaa jiruun wal qabatee hanqina…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Dhaabbatni Poolisii Addunyaa (Interpol) lammii Kooriyaa Kibbaa Kim Jong Yang prezdaantii haaraya godhuun filate
Dhaabbatni Poolisii Addunyaa walgahii Emreets magaalaa Dubaay keessatti geggeesseen Kim Jong Yang hogganaa dhaabbatichaa godhuun kan filate yoo tahu, Ruusiyaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaa Marii fi Tumsa Miidiyaa Nuuralhudaa
Akkuma beekamu Miidiyaan Nuuralhudaa eega hundeeffame irraa kaasee kallattii adda addaatiin hawaasa muslimaa tajaajilaa jiraatuun ni beekama. Miidiyaan kun guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Gamtaan Awrooppaa jijjiirama Ityoophiyaa keessatti mul’dhataa jiru kan deeggaru ta’uu beeksise
Manni Marii Gamtaa Awrooppaa akka jedhetti, bulchiinsi Dr Abiy Ahmad jijjiiramoota siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaa keessatti fiduuf tarkaanfiin fudhataa jiru…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Walgahiin ariifachiisaan hoggantoota Gamtaa Afrikaa murtii ijoo lama dabarsuun xumurame
Murtiiwwan ijoo walgahii kanaan dabran jidduu, Gamtaa Afrikaa maxxantummaa biyyoota dureeyyii jalaa baasuudhaaf, biyyoonni miseensa gamticha baasii barbaachisu akka ramadanii…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Walgahiin Ariifachiisaa Hoggantoota biyyoota Gamtaa Afrikaa 11ffaan guyyaa har’aa jalqabame
Walgahiin guyyaa hardhaa magaalaa Finfinnee galma walgahii Gamtaa Afriikkaa keessatti jalqabame kun, xiiyyeefannoon marii hoggantootaa Gamtaan Afrikaa haala itti fooyya’uu…
Guutuu Dubbisi » -
Awustraaliyaa

Mootummaan Yamanii fi gareen Huusii marii jalqabuuf akka tahe gabaafame
Yamanitti bakka bu’aan Dhaabbata Mootummoota Gamtomanii Martin Griffith akka jedhetti, gareen lamaanuu lola biyyattii raasaa jiru dhaabuudhaaf marii Siwiidin keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sagantaan Da’awaa guddaan Godina Walloo magaalaa Sanbatee keessatti geggeeffamaa jira
Sagantaan kun mata duree “Tokkummaa fi Markaza Salahuddiin Al-ayyuubiitiif galii walitti qabuu”jedhuun, naannoo Amaaraa Godina Walloo magaalaa Sanbateetti guyyaa hardhaa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhibeen iboolaa Koongoo irraa gara biyyoota ollaatti babaldhataa jiraatuu gabaafame
Dhibeen iboolaa ji’a August darbe Koongoo-DRC keessatti ka’e babal’ataa kan dhufe yoo tahu, amma ammoo gara biyyoota ollaa kan cehaa…
Guutuu Dubbisi »










