-
Odeeyfannoo

Mootummaan Gaaffii Waraanni Makkalaakayaa kaaseef deebisaa kan kennu tahuu ibse
Haalli magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa har’aa uumamee ture nagayaan kan hiikame tahuun beekame. Waajjirri muummicha ministeeraa ibsa baaseen, guyyaa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Magaalaan Finfinnee haala hin beekaminiin muddama keessa kan galte tahuu gabaafame
Naannawa Masaraa mootummaa Araatkiloo jirutti waraanni Makkalaakayaa “gaaffii Mindaan”wal qabate kan kaasan tahuu gabaasaaleen ni mul’isu. Akka odeeyfannoon naannawa irraa…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Foramiin Daldalaa fi Diinagdee Turkiyaa-Afrikaa Istanbul keessatti jalqabame
Prezdaant Rajab Xayyib Erdogaan Araba’aa har’aa sirna baniinsaa Foramii Turkiyaa-Afrikaa guyyaa lamaaf turu kana irratti haasaya godheen, biyyoonni Afrikaa maxxantummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Ambaasaadarri Ameerikaa taayitaa gad lakkifte
UN’tti Ambaasaaddarri Ameerikaa Nikii Heelii taayitaa isii hanga dhuma bara kanaattii gad lakkisuun, bulchiinsa Traamp keessaa bahuuf kan murteessite tahuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Israa’el ji’a dabre keessa qofa Falasxiinota 378 hiitee
Gareewwan mirga namoomaatiif falman 3 gabaasa Isniina har’aa baasaniin, Israa’el west bank fi Gaazaa irraa ji’a September keessa qofa Falasxiinota…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Balaa Konkolaataa Godina Booranaa Ganda Dhaarriitootti muudateen lubbuun nama hedduu darbe.
Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo Ganda Dharriitoo jedhamutti konkolaataan boba’aa fi uummata walitti fe’ee Bulee Horaa irraa Mooyyaleetti imalaa ture, harree…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Haleellaa West Bank keessatti raawwatameen lammiileen Israa’el lama ajjeefaman
Haleellaa kanaan namni biroo tokko ammoo kan madaaye yoo tahu, waraanni Israa’el nama haleellaa kana raawwate barbaacha gandoota Falasxiinotaa heddu…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Gaazexeessaan Sa’uudi Qonsilaa Istanbul keessatti kan ajjeefame tahuu gabaafame
Gaazexeessaan Sa’uudi Jamaal Khaashoqji Salaasa dabre qonsilaa Sa’uudi Istanbulitti argamu eega seenee booda kan dhabame yoo tahu, qondaaltonni Turkiyaa guyyaa…
Guutuu Dubbisi »










