-
Og-Barruu

Dallansuu Toohachuu
Amala ilmi namaa waliin uumame keessaa inni tokko dallansuudha. Dallansuun firummaa kutti, fayyyaa nama dhoorgiti, qabeenya namaa keessaa barakaa fuuti.…
Guutuu Dubbisi » -
Tafakkur

Pelikaan(Pelican)
Allaattiin kun Pelikaan(Pelican) jedhama. Uumamni kun Ardii Antarkitikaa yoo taate malee, Ardiiwwan hafan hunda keessatti ni argama. Sanyiin uumama kanaatis…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa Dhibee Eboolaa Koongoo Keessatti babal’achaa dhufe irratti mari’achuuf walgahii ariifachiisaa yaame
Dhibeen Eboolaa kan bara 2014-2016 biyyoota Lixa Afrikaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafatee ture, ammaas Ripaablika Dimokraatawaa Koongoo keessatti babal’achaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Prezdaant Erdogaan, Falasxiinotaa Gaazaa akka gargaaran Muslimoota addunyaatiif waamicha godhe
Prezdaantiin Turkiyaa Rajab Xayyib Erdogaan Juma’aa hardhaa duguuggaa sanyii Isra’eel Gaazaa keessatti raawataa jirtu mormuun Ummata magaalaa Istaanbul keessatti hiriira…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Sa’udii lammiilee Itoophiyaa mana hidhaatii gad-lakkisuuf kan murteesse tahuu beeksise.
Mootummaan Saa’udii hidhamtoota lammiilee Itiyoophiyaa manneen hidhaa biyyattii keessa jiran hiikuuf qophii ta’u beeksise. Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad daawa’annaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Sa’udii imale
Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif har’a galagala gara Sa’udii kan imale tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti Dr…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Keeniyaan Labsii Yakka karaa Interneetiin raawwatamu ittiin too’attu raggaasifte
Keeniyaan seera Yakka Saayibarii ittiin too’attu kan raggaasifte tahuu gabaasni VOA irraa arganne ni mul’isa. Wixinee seeraa ministeerri Kominikeeshiinii fi…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

BREAKING: Hoogganaan Paartii Mormituu Maaleezhiyaa Anwaar Ibraahiim mana hidhaatii gad lakkifame
Muummichi ministeera Maleezhiyaa torbaan dabre haraya filatame Dr Mahtiir Muhammad sirna muudama isaa irratti hoogganaa paartii mormituu mana hidhaa…
Guutuu Dubbisi »









