-
Og-Barruu

Ulfaatina Duumessaa
Qophii: Abu Ibtisam Duumeessi qilleensa nu gubbaa keessatti argamu kun ulfaatina qaba. Qabxii kana ilaalchisee qajeela gara argama saayinsiitti osoo…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Faalama Qilleensaa Fii Naannoo
Qophii: Abu Ibtisaam Jijjiiramni qilleensaa addunyaa guututti yaaddoo hamaa tahee jira. Sababaa faalama qilleensaatiif gaaga’ama guddaatu dachii tanarra gahutti jira.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Big Bang (Dhoohinsa Guddaa)
Qophii: Abu Ibtisaam Waggoota hedduuf astroonoomaroonni iccitii hawaa kanaa beekuudhaaf dhama’aa turan. Gaafii hawaan kun eessaa dhufe jedhuuf deebii argachuudhaafis…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

lmaamotaa fi Du’aata Aanaa Dodolaa fi Naannawa isiitiif leenjiin kenname
Leenjiin mana marii dhiimmoota Islaamaa aanaa Dodolaatiin qophaa’e kun, adeemsa da’awaa, haala baruu fi barsiisuu barnoota islaamaa irratti kan xiyyeeffate…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Akkaataa Uumama Aananii
Qophii : Abu Ibtisam Rabbiin keenya ilma namaatiif fakkeenya heddu kennee jira. Ilma namaattu qalbii isaa hagoo tanaan waa xiinxalluu…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Mu’jizaa Qur’aanaa, Orbiitii Plaaneetotaa
Qophii: Abu Ibtisam Dachii irra dhaabbannee yoo gara samii ol ilaallu, urjiilee iddoo adda addaa qabatanii tarree galan argina. Samiinis…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Oktopas/Octopus
Qophii: Abu Ibtisam Oktopas uumama dachii tanarra jiran keessaa kan ajaa’ibaati. Maqaan oktopas jedhu jecha Griik irraa kan dagaage yoo…
Guutuu Dubbisi »










