-
Og-Barruu

Qurxummii Magaazii
Gosa qurxummii keessaa tokko maqaan isaa “SawFish”jedhama. Qajeelatti yoo gara afaan Oromootti hiiknu “Qurxummii Magaazii”jechuudha. Maal jechuudha? Gaafii jettu gaafachuun…
Guutuu Dubbisi » -
Saayinsiif Teknoolojii

Teknoolojii Ajaa’ibaa, Kan Abad hin jijjiiramne.
Saayintistoonni Ija namaa laalanii kaameraa hojjatan. gurra namaa laalanii Microphone dalagan. allaattii laalanii xayyaara tolchan. waan hunda uumamarraa laallatanii hojjatan.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Shaarkii Mataa Madooshaa (Hammerhead Shark)
Qaamni bishaanii lafa kanarratti argamu bineensota gara garaatiif dahoo qubannaa tahee jira. Uumamaaleen bishaan keessa jiranis lakkoofsaan hedduudha. Harraaf isaan…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Chiitah (Cheetah)
Akka ramaddii saayinsiitti bineensonni adurreen wal fakkaatan hundi Cat family jedhamu. Sanyii adurree jechuudha. Sanyiin adurree kun hundi isaanii amala…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Clown Fish
Uumamni clown fish jedhamu kun maqaa anemonefish jedhamuunis ni beekama. Qurxummiin kun maqaa Clown Fish kana kan argate bifa isaatirraayi.…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Bineensota summii hamaa qaban
Uumamni dachii tanarra jiru lakkoofsaan hagana jedhanii dubbachuun hin danda’amu. Qorannoon saayinsii guyyarraa waan haaraya argataa deemutti jira. Rabbiin keenna…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Blue Jay
Allaattiin kun maqaa Blue jay jedhu sagalee isaatii fi bifa baallii isaarraa argate. Baallii isaa keessaa baalliin bifa cuquliisaa ykn…
Guutuu Dubbisi » -
Og-Barruu

Dwarf Crocodile
Maqaan uumama kana Dwarf Crocodile ykn Naacha Gabaabaa jedhama. Naachi kun Naacha nuti beeknurraa waan adda isa godhu hedduu qaba.…
Guutuu Dubbisi »










