Qalbiin akka Tasgabbooftuuf Zikrii heddumeeysaa!
Amantiiwwan fuula dachee kanarra jiran keessaa, amantiin ajajoota Rabbii hojirra oolchuudhaan gammachuu addunyaatii fi Aakhiraa nama gonfachiisu Islaamummaa qofa.Islaamummaan dawaa…
Guutuu Dubbisi »-
Odeeyfannoo

Ijaarsa Koolleejjii Islaamaa Jimmaatiif Dhagaan Bu’uuraa Kaayame
Ijaarsa Koolleejjii Islaamaa godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti ijaaraamuuf, guyyaa kaleessaa iddoo hoggantoonni mana marii Dhiimmoota Islaamaa Itoophiyaa fi Naannoo Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Salaata

Istikhaarah
Istikhaarah jechuun Rabbiin wanta irra gaarii ta’etti akka nama qajeelchu kadhachuudha. Salaanni Istikhaaraa salaata yeroo dhimmi lama namarratti wal makate…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Leenjiin Imaamotaa fi Daa’iwwanii magaalaa Adoolaa Waayyuutti jalqabame
Leenjiin imaamootaa fi daa’iwwanii Majliisni Oromiyaa qopheesse, Sabtii har’aa Hagayya 22/2013, Godina Gujii Bahaa magaalaa Adoolaa Waayyuutti jalqabamee jira.Leenjii kana…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Munshid Muhammad Awwal Saalah gara ganda Akhiraa godaane
Innaa Lillaahi Wa’innaa Ileeyhi Raaji’uunMunshid Muhammad Awwal Saalah yeroo dheeraaf dhibee onnee kan dhukkubsataa ture yoo tahu, halkan edaa gara…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Sheeyxaanni baaxilatti (sobatti) suuta suutaan nama waama.
Sheeyxaanni baaxilatti (sobatti) suuta suutaan nama waama.Sheeyxaanni nama Muslimaa zinatti kuffisuun dura dubartii waliin kophaa akka taa’u, ishii waliin haasawuu…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Sagantaa haraama hirmaachuun cubbaawuudha-Qophii: Urjii Ahmad
Sagantaan suni maqaa fedheen haa yaamamu. Cidha, eebba, guyyaa dhalootaa ykn du’aa, qabsoo ykn deeggarsa waanuma fedhe haa tahu. Sagantaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sa’uudiin imala Umraa namoota talaallii Covid-19 fudhataniif qofa kan hayyamtu tahuu beeksiste
Mootummaan Sa’uudii ibsa baaseen, wixata kaleessaa irraa kaasee dhimmoota imala Umraatiin walqabatan simachuu akka jalqabe ibsuun, sirna umraatiif namoonni gara…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Dhiifamni nagayaa fi tasgabbii nama gonfachiisa
Nama walitti mufatan, takkaa isaaf irra darbuun takkaa immoo haqa ofii irraa fudhachuun rakkoo uumame furuun ni danda’ama. Walitti dhufanii…
Guutuu Dubbisi » -
Qissaa

Haadhaa ofii dallansiisuun balaa guddaaf nama saaxila.
Guyyaa tokko Ergamaan Rabbii ((SAW)) taa’anii sahaabota waliin haasa’aa turan. Namichi tokko isaan bira dhufee akkana isaaniin jedhe. “Yaa Ergamaa…
Guutuu Dubbisi »









