-
Akhlaaqa

Nafsee ofii karaa Rabbii irratti leenjisuu
Nafsee ofii karaa Rabbii irratti leenjisuu fi badii fi amala gadhee irraa qulqulleessuun furtuu milkaa’inaati. Namni nafsee ofii qulqulleesse ni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Lammiileen Itoophiyaa Sa’uudi keessa jiraatan qaama nageenyaan adamsamanii qabamaa akka jiran himan
Lammileen Itoophiyaa kuniin qaamoolee nageenya mootummaa Sa’uudiin kan Doorsifamaa jiran tahuu himu, dorsiisni kun immoo namoota waraqaa hayyama jireenyaa qabaniif…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Markazni Fath kan magaalaa Gimbii Marsaa 5ffaaf Barattoota 40 Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisise
Godina Wallaggaa lixaa magaalaa Gimbiitti kan argamu markazni Hifzii Qur’aanaa Fathi barattoota waggoota lamaaf barsiisaa ture marsaa 5ffaaf dhiira 20…
Guutuu Dubbisi » -
Akhlaaqa

Al-Yaminul Ghamuus (Kakuu Kijibaa)
Kakuu kijibaa jechuun haqa nama biraa fudhachuuf wanta darbee irratti osoo beekanu kakachuudha. Zuur, Faajirah jedhamuunis ni waamama. Kakuun kijibaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Bidiruun baqattoota fe’atte galaana diimaa keessatti dhidhimuun namoonni hedduun du’an
Lammiileen Afriikaa bahaa irra hedduun isaanii ityoophiyaa irraa tahan, osoo gara Yaman imalaa jiran qarqara biyyattiitti dooniin yaabbatan dhidhimuun hedduun…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Godina Haadiyaa Magaalaa Bonooshaatti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Naannoo Sabaa fi sab-lammoota Ummattoota Kibbaa godina Haadiyaa aanaa Shaashoogoo magaalaa Bonooshaatti sagantaan Da’awaa guddaan geggeeffame, sagantaan kun dargaggoota fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sa’uudiin lammiileen biyya biroo hajjii bara kanaa irratti kan hin hirmaanne tahuu labsite
Ministeerri Hajjii fi Umraa ibsa baaseen, Sirna hajjii bara 1442 lammiilee Sa’uudii fi namoota biyyattii keessa jiraatan qofaaf kan hayyamame…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Waldaan Islaamummaa fi Misoomaa Ta’aawun hundeeffame
Waldaan Islaamummaa fi misoomaa ta’aawuun Alhada har’aa Caamsaa 29/09/2013 magaalaa Shashamanneetti hundeeffame. Waldaan kun kan hundeeffame beekamtii guutuu majlisa Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Guyyaa qiyaamaa fuulli ilma namaa ni ifa yookaan ammoo ni dukkanaaya!
Ibn Abbaas akkana jedha: Dhugumatti hojiin gaariin qalbii irratti nuura (ifa) ta’a, fuula irraa ibsaa ta’a, qaamaaf humna ta’a, rizqiin…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Baankiin ZamZam hojii jalqabe
Baankiin Zamzam Sirni Faayinaansii Dhala irraa walaba ta’e, biyyaattiitti akka hundeeffamu adda durummaan sochii kan jalqabe tahuun ifa. Baankichi hayyama…
Guutuu Dubbisi »










