-
Odeeyfannoo

Hawaasni Oromoo Kutaa Minesootaa Gamoo Masjiida Tawhiid fi Wiirtuu islaamaatiif oolu bituun eebbisiise
Hawaasni Oromoo kutaa Minesootaa naannawa magaalaa Saint Paul jiraatu, Gamoo Masjiida Tawhiid fi Wiirtuu Islaamaatiif oolu, Doolaara miiliyoona sadi fi…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Manni Marii olaanaan dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Burraayyuu Yaa’ii idilee 2ffaa geggeessaa jira
Majliisni Magaalaa Buraayyuu majliisota magaalota Oromiyaa keessatti, jalqaba deebifamanii majliisa Oromiyaatiin caasaa haarayaan ijaaraman keessaa adda dureedha. Majliisni Magaalaa Buraayyuus…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

ICC’n yakka Waraanaa lafa Falasxiinotaa humnaan weerarame keessatti raawwatame qorachuu jalqabe
Abbaan alangaa mana murtii yakka Idil Addunyaa (ICC) , yakka waraanaa june 2014 irraa kaasee, loltoonni Israa’el lafa Falasxiinotaa humnaan…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo Biyyaa

Itoophiyaatti ji’oota ja’an dabran keessa balaa Makinaan lubbuu Nama 1,849 dabre
Daarektoreetii to’annoo yakkaa Komishiinii Poolisii Federaalaatti, dameen balaa tiraafikaa fi raaga haala tiraafikaa kennu kaleessa feesbuukissaarrtti ibsa baaseen, Adoolessa 1,…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Makinaan Darasoota fe’attee imaluu ture gargaluun lubbuun nama 5 dabre
Makinaan Isuzu’n barattoota diinii (Darasoota) lakkoofsaan 20 ta’an fe’attee godina Arsii lixaa Saaguree irraa bahe gara Kofalee deemaa ture, guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Sirni Hajjii Bara kanaa Namoota Talaallii COVID-19 fudhatan qofaaf kan hayyamamu tahuu ibsame
Ministeerri Fayyaaa Sa’uudii muslimoonni sirna Hajjii bara kanaa irratti hirmaachuuf hawwii qaban, dirqama talaallii COVID-19′ fudhachuun kan isaan irraa eeggamu…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Keeniyaan talaallii Covid-19 miiliyoona tokkoo ol argatte
Keeniyaan Roobii har’aa talaallii Oxford-AstraZeneca Doozii miiliyoona 1.02 galfachuun biyyoota baha Afrikaa sagantaa Covax jedhamu fayyadamte keessaa kan duraa taatee…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Poolisiin Ingiliiz Yuunifoormii hijaabaa poolisii Niiw zilaandiin qophaaye yeroo jalqabaatiif yaalii gochuu eegale
Hijaabni meeshaalee fi haguggaa mataa poolisii waliin uffatamuu danda’u kun, qorannoo ji’oota 16 booda hojjetame. Akkasumas yoo namni poolisii hijaaba…
Guutuu Dubbisi » -
Ibaadaa

Haala Guyyaa Qiyaamaa
Rabbiin ol ta’e waan warra kaafiraa kanneen kaafamuu kijibsiisaa turan mudatu suuraa Yaasiin keessatti nutti hime:Garriin (xurumbaan) ni afuufama; yoosuu…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Boordiin Majliisa Federaalaa Yaa’ii walii galaa torbee tokko keessatti yaamuuf kan qophaahe tahuu beeksise
Ulamaa’onni Majliisa Federaalaa rakkoo Majliisa Federaalaa keessatti uumame ilaalchisee, February 11/2021 Ministeera Nageenyaa Waliin eega mari’atanii booda, hanga February 21/2021tti…
Guutuu Dubbisi »










