-
Odeeyfannoo

Markazni Abbaa Jifaar Barattoota 46 Hifzii Qur’aanaatiin leenjisaa ture Eebbisiise
Markazni Abbaa Jifaar kan magaalaa Jimmaatti argamu, Marsaa 4ffaaf guyyaa arraa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin leenjisaa ture 46 eebbisiisu gabaafame. Sirna…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Mootummaan Faransaayi Masjidoota 76 cufuuf tahuu beeksise
Mootummaan Faransaayi duula jibbaa Islamummaa fi muslimoota biyyattii irratti maqaa finxaaleeyyii amantaa balleessuu jedhuun jalqabe hammeessee itti fufe jira. Ministeerri…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Weerarri Vaayirasii koroonaa haarayatti deebi’ee saffisaan babal’ataa jiraatuu ibsame
Guutuu addunyaa keessatti lakkoofsi namoota dhibee koroonaatiin haarayattii qabamanii, deebi’ee haala yaaddessaa taheen dabalaa jira. Dhaabbatni fayyaa addunyaa akka jedhetti,…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Briteen talaallii COVID-19 kaampaaniiwwan lama waliin oomishaniiif hayyama kennite
Briteen talaallii dhibee Koroonaa namarraa ittisu, kan kaampaaniiwwan Pfizer fi BioNtech jedhaman waliin oomishan, akka hojii irra oolu hayyama kennuun…
Guutuu Dubbisi » -
Kaanaadaa

Manni Murtii ol’aanaan Kuubeek murtii adabbii Shoroorkeessaa Haleellaa Masjida Magaalaa Kuubeek irratti dabre ture gadbuuse
Bara 2017 keessa Kanadaa magaalaa Kuubeekitti shoroorkeessaan ol’aantummaa ummata adii fi jibba Islaamaa leellisu, Salaata Fajrii booda Masjida seenuun haleellaa…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Isra’eel Falasxiinonni Masjid Al Aqsaatti akka hin salaanne uggurte
Poolisiin Isra’eel lammileen Falasxiin naannawa West Bank irraa gara magaalaa kabajamtuu Alqudsiitti seenaanii salaata jum’aa maasjid- al- Aqsaatti akka hin…
Guutuu Dubbisi » -
Afrikaa

Afrikaatti lakkoofsi Namoota Dhibee COVID-19’n du’anii 50,000 dabre
Ardiichaatti dhibeen kun argamu guyyaa labsame irraa kassee, hanga guyyaa arraatti namoonni 2,094,729 qabamanii jiru, 50,106 immoo dhibee kanaan addunyaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Mootummaan Sa’uudii gabaasa Muummichi ministeera Israa’el dhoksaan biyyattii seenee ture jedhu haale
Miidiyaaleen Israa’el Alhada kaleessaa Benjaamin Netaaniyaahuu fi hogganaan dhaabbata basaasa biyyattii dhoksaan gara Sa’uudii imaluun, Muhammad Bin Salmaan waliin kan…
Guutuu Dubbisi »










