-
Afrikaa

Daa’iin beekkamaan biyya Suudaan Sheikh Nuureyni Muhammad Saadiq gara ganda Aakiraatti godaane
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI’UUN Sheikh Nuureyni Muhammad Sagalee bareedduun qur’aana qara’uun nama beekkamuu fi hawaasa muslimaa Adduunyaa biraatti…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Yaa’iin Idilee Lammaaffaan Majlisa Godina Jimmaa geggeeffama jira
Yaa’iin Idilee majlisa godina Jimmaa guyyaa lamaaf ture, hardha kan jalqabame yoo tahu, Walitti qabaa boordii Majlisa Oromiyaa Injinar Ustaz…
Guutuu Dubbisi » -
USA

Filannoo Prezdaantummaa Ameerikatti geggeefamaa jiruun Jo Biden dursaa akka jiru gabaafame
Filannoon Prezdaantii Ameerikaa har’a November 03/2020 kan goolabamu yoo tahu, hanga ammaatti ummaanni miiliyoona 98 tahu sagalee kennuu gaabafame. Sagalee…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Masjidaa fi Wirtuun Hifzii Qur’aanaa Salaam kan Magaalaa Finootee Salaamiitti ijaarame Eebbifame
Masjidaa fi Wirtuun Hifzii Qur’aana guddaan naannoo Amaaraa magaalaa Finootee Salaamiitti ijaarame, guyyaa har’aa bakka ulamaa’onni gurguddoo biyya keenya, Ustaazoonni…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Sa’uudiin lammiileen biyya alaa sirna Umraa tiif gara biyyattii akka seenan hayyamte
Weerara Covid-19 guutuu addunyaa keessatti hammaatee ture hordofuun, Sa’uudiin ji’a torba dura lammiileen biyya alaa sirna hajjii fi umraatiif gara…
Guutuu Dubbisi » -
Eeshiyaa

Indiyaan dachii Kaashimiir keessa warra hinduu qubachiisuuf seera haaraya labsite
Mootummaan Indiyaa finxaaleyyii hinduutiin hogganamu, waggaa tokko dura heera ofiin of bulchuu kutaa Kaashmiir diiguun, naannicha humna waraanaatiin bulchiinsa mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -
Odeeyfannoo

Yaa’iin Idilee 3ffaan Majlisa Godina Arsii magaalaa Assalaatti geggeeffamaa jira
Yaa’iin guyyoota lamaaf turu kun majlisa Godina Arsii fi Magaalaa Asallaan kan qophaa’e yoo tahu, Majlisa Naannoo irraa Prezdaantii Majlisa…
Guutuu Dubbisi » -
Awrooppaa

Balaa Kirkira lafaa Turkiyaa keessatti muudateen namoonni 200 ol miidhamuu gabaafame
Balaa Kirkira lafaa hamaa maagnituudii 6.6tti shallagamu, kan magaalaa Izmiir jedhamtu keessatti guyyaa har’aa muudate kanaan, namoonni 6 du’uu fi…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa

Dhukkubni Covid-19 biyyoota addunyaa heddu keessatti deebi’ee ka’uu gabaafame
Dhukkubni Covid19 xumura bara dabree Chaayinaa keessatti ka’e, biyyoota addunyaa keessati lubbuu ummata miiliyoonaan lakkaahamanii galaafatuun, diinagdee addunyaa laamshessee jira.…
Guutuu Dubbisi »










