header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
USA

Filannoo Prezdaantummaa Ameerikatti geggeefamaa jiruun Jo Biden dursaa akka jiru gabaafame

Filannoon Prezdaantii Ameerikaa har’a November 03/2020 kan goolabamu yoo tahu, hanga ammaatti ummaanni miiliyoona 98 tahu sagalee kennuu gaabafame. Sagalee hanga ammaatti kennameen kaadhimamaan Paartii Dimokraatotaa Jo Biden dursaa akka jiru odeeyfannoon ni addeessa.

Haata’u malee filannoo guyyaa xumuraa kana ilaalchisee yaadni ummata irraa sassaabame akka mul’isetti, Prezdaant Traamp sagalaa guyyaa xumuraa harka caalu argatuu mala.

Filannoo bara kanaatiin kaadhimamtoonni lamaan duula nafiladhaa geggeessaa turaniin, dhimmoota Covid-19, Diinagdee fi baqattootaa irratti kan xiyyeeffatan tahuu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button