Og-Barruu
Discover a world of captivating literature in Nuuralhudaa’s ‘Og-Barruu’ category. Immerse yourself in the wonders of nature, unbelievable histories, life advice, health insights, and fascinating science articles. Explore the beauty of knowledge and inspiration through our diverse collection of literature.
-

Facebook ergaa barreeffamaa (text message) irratti tajaajila haaraya jalqabuu beeksise.
Dhaabbanni Facebook fayyadamtoonni isaa ergaa barreeffamaa (text message) tokko eega erganii booda yoo kan gaabban tahe, daqiiqaa 10 keessatti balleessuu…
Guutuu Dubbisi » -

Eebba Kitaaba Seenaa
ODUU GAMMACHIISAA Kitaabni Seenaa akkan hawataa ta’e Seenaa dabree fi jijjiirama haaratis walqabsiisee haala barumsi gaariin irraa argamuu danda’uun dhiheessu,…
Guutuu Dubbisi » -

Tajaajilli YouTube Sa’aa 1 oliif Addaan cite
Tajaajilli Youtube kan Sa’aa 1 oliif addaan citee ture amma deebi’ee dalagaa eegalee jira. YouTube dhaabbata guddaa kaampaanii Google jalatti…
Guutuu Dubbisi » -

Feesbuukiin nama miiliyoona 50 butamee akka ture beekame
Dhaabbanni Feesbuuk akka jedhetti akkaawontiin fayyadamtoota isaa miiliyoona 50 tahan qaamota hin beekamneen butamuu, Kiibxata dabre kan hubate tahuu ibse.…
Guutuu Dubbisi » -

Namni tokko nama biraatiif dhiiga kennu ykn fudhatuuf gosa dhiigaa kamtu kamiif taha?
Namni dhigni isaa A+ tahe âž–A+, AB+ kennu danda’a. âž– A+, A-, O+, O- irraa immoo fudhatuu ni danda’a …
Guutuu Dubbisi » -

Guyyoota Kurnan Ji’a Zulhijjaa
Rabbiin wan barbaadeen kakata. wanti Rabbiin kakateen ammoo wan guddaa ykn jabaa tahu agarsiisa. Rabbiin Qur’aana isaatiin akkas jedha. “Bariin…
Guutuu Dubbisi » -

Kophee ofiin of hidhu
Kaampaaniin Naayik (NIKE) kophee ofumaa of hidhu hojjate. Kopheen kun chaarjii elektriikiitiin dalaga. eega miila keessa kaayanii booda yoo harkaan…
Guutuu Dubbisi » -

Platypus, Bineensa Uumama Addaa Qabu.
Uumamni kun uumama ajaa’ibaati. Yoo fagoo laalan uumama gosa sadih irraa waan ijaarame fakkaata malee, bineensa tokko hin fakkaatu. Qaama…
Guutuu Dubbisi »










