Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-

Arba
Arbi hoosiftoota dachii tanarra jiraatan keessaa isa guddaa dha. Addunyaa kanarra sanyiin Arbaa lamatu argama. Isaanis Arba Eeshiyaa fi Arba…
Guutuu Dubbisi » -

Qurxummii Magaazii
Gosa qurxummii keessaa tokko maqaan isaa “SawFish”jedhama. Qajeelatti yoo gara afaan Oromootti hiiknu “Qurxummii Magaazii”jechuudha. Maal jechuudha? Gaafii jettu gaafachuun…
Guutuu Dubbisi » -

Teknoolojii Ajaa’ibaa, Kan Abad hin jijjiiramne.
Saayintistoonni Ija namaa laalanii kaameraa hojjatan. gurra namaa laalanii Microphone dalagan. allaattii laalanii xayyaara tolchan. waan hunda uumamarraa laallatanii hojjatan.…
Guutuu Dubbisi » -

Shaarkii Mataa Madooshaa (Hammerhead Shark)
Qaamni bishaanii lafa kanarratti argamu bineensota gara garaatiif dahoo qubannaa tahee jira. Uumamaaleen bishaan keessa jiranis lakkoofsaan hedduudha. Harraaf isaan…
Guutuu Dubbisi » -

Chiitah (Cheetah)
Akka ramaddii saayinsiitti bineensonni adurreen wal fakkaatan hundi Cat family jedhamu. Sanyii adurree jechuudha. Sanyiin adurree kun hundi isaanii amala…
Guutuu Dubbisi » -

Clown Fish
Uumamni clown fish jedhamu kun maqaa anemonefish jedhamuunis ni beekama. Qurxummiin kun maqaa Clown Fish kana kan argate bifa isaatirraayi.…
Guutuu Dubbisi »










