Tafakkur
Tafakkur
Kutaa kana keeysatti uumamaalee Rabbiin guddaan uumee addunyaa tana ittiin guute waliin tafakkurra.
-
Shimbira Bishaanii: Avocet (Avoset)
Rabbiin guddaan Suuratul Nahl, Suuraa 16ffaa aayaa 79 irratti akkana jedha: Ø£ÙŽÙ„ÙŽÙ…Û¡ يَرَوۡاْ Ø¥ÙÙ„ÙŽÙ‰ Ù±Ù„Ø·Ù‘ÙŽÙŠÛ¡Ø±Ù Ù…ÙØ³ÙŽØ®Ù‘َرَٰتٖ ÙÙÙŠ جَوّ٠ٱلسَّمَآء٠مَا…
Guutuu Dubbisi » -
Qamalee Mataa Jibrii (Cotton Top Tamarin)
Wanta Rabbi uumee dachii tana ittiin guute yoo xiinxallinee ilaallu ajaa’iba heddu agarra. Nama qalbii isaa haalaan banee wantoota kanniin…
Guutuu Dubbisi » -
Kowaalaa (Koala)
Rabbiin keenya dachii tanarratti uumama adda addaa, haalaa fi amala garagaraa qaban uumee jira. Nutis uumama dachii tana guutuu keessatti…
Guutuu Dubbisi » -
Gammoojjii Kalahaarii
Jechi ingiliffaan kan ‘Desert’ jedhu, hiikaan isaa OOWWA jechuu qofaa miti. Afaan ingiliffaatiin, lafti lubbu qabeeyyiin irra hin jiraannes Desert…
Guutuu Dubbisi » -
Hagfish
Qaamman bishaanii keessa gad fagaannee yoo deemne, uumama ajaa’ibaa heddu argina. Uumama akkaan sodaachisaa fi haalli isaa hundi namaa hin…
Guutuu Dubbisi » -
Jellyfish
Uumamni barruu tana keessatti ilaallu Jellyfish jedhamuun beekama. Maqaa ‘fish’ yookaan ‘qurxummii’ jedhamuun yaamamus, uumamni kun qurxummiidhaa miti. Qaamni isaa…
Guutuu Dubbisi » -
Chamois (Shaamiyas)
Bineensi barruu tanaan ilaallu maatii bovidae jedhamu keessatti ramadama. Maatiin Bovidae kun uumama akka hoolaa fi re’ee of keessaa qaba.…
Guutuu Dubbisi » -
Puumaa
Puumaan sanyii adurreeti. Maqaa biraa mountain lion jedhamuunis ni beekama. Sanyiiwwan adurree keessaallee, guddina qaamaatiin Leopard, Leencaa fi Jaguar’itti aanee…
Guutuu Dubbisi » -
Sirna Qaama ilma namaa
Rabbiin (SW) haala uumama ilma namaa yeroo dubbatu, ilma nama haala gaarii irratti isa uumne jedhe. Dhugaadha Rabbiin guddaan haala…
Guutuu Dubbisi » -
Kowkaa (Quokka)
Bineensi Kowkaa (Quokka) jedhamee waamamu kun Ardii Awustraaliyaa keessatti kan argamu yoo tahu, bineensota korojoo garaa irraa qaban keessaallee isa…
Guutuu Dubbisi »