Saayinsiif Teknoolojii
Saayinsiifi Teknoolojii.
Qooda Kana keeysatti, odeeyfannoo teknoolojiitiifi, Argannoo saayinsii haaraya hordofnee dhiheessina. Saayinsii Qabatamaa saayintistoonni mirkaneessan qofarratti xiyyeeffanna.
-
Hattuu Telegram Keessaa
Applicationni Telegram yeroo ammaa kanatti beekamtii guddaa argachutti jira. Akka ragaan mul’isutti arraan tana namoota miliyoona 900 oltu Telegram fayyadamutti…
Guutuu Dubbisi » -
Siimkaardiin Telefoonaa Hafuuf Deema
Guddinni teknoolojii guyyarraa guyyatti fooyya’aa deemutti jira. Warshaaleen meeshaa elektirooniksii oomishan hundi waan 5 irratti haalaan xiyyeeffatan. Tokkoffaan guddina meeshaa…
Guutuu Dubbisi » -
Teknoolojii Yeroo Balaa Namaaf Dirmatu
Gama yaada ijootti osoo hin cehin dura waan tokko wal hubachiisuun gaariidha. Yeroo heddu Nuuralhudaa irratti barruulee adda addaa yoo…
Guutuu Dubbisi » -
Dhangala’oowwan haalaan qaalii tahan keessaa muraasa
Dhangala’oowwan armaan gadii kanneen gatiin haalaan qaalii tahan keessaa muraasa yoo tahan, Gatiin armaan gaditti kaahame hundi gatii gabaa Ameerikaa…
Guutuu Dubbisi » -
Teknoolojii Ajaa’ibaa, Kan Abad hin jijjiiramne.
Saayintistoonni Ija namaa laalanii kaameraa hojjatan. gurra namaa laalanii Microphone dalagan. allaattii laalanii xayyaara tolchan. waan hunda uumamarraa laallatanii hojjatan.…
Guutuu Dubbisi » -
Faana-dhooytuu Apple (Apple AirTag)
Yeroo meeqa Furtuu manaa bakka Jiru wallaaltanii rakkattan? Riimoota TV dhabdanii barbaadaa hin oollee? Meeshaan nama jalaa dhokatee dhabamu lakkofsa…
Guutuu Dubbisi » -
Saatalaayitiin Emreets Suuraa Plaaneetii Mars erguu jalqabde
Emreets Rokeetii qorannoo Hawaa “Hope”jechuun moggaaste ji’a saddeet dura gara Plaaneetii Mars jedhamtu erguun, biyyoota Arabaa keessaa tan jalqabaa akka…
Guutuu Dubbisi » -
Kanadaan Appilikeeshina Telefoona nama dhibee COVID-19’n faalame adda baasu hojjatte
Muummichi ministeera Kanadaa Justin Trudeau “Appilikeeshiniin bilbila ammayyaa ‘COVID Allert’ jedhamu kun kalaqa haarawa dhibee kana ittisuuf fayyaadu” jedhe. Akkasumas…
Guutuu Dubbisi » -
Koroonaa-vaayras irraa hubannoof
Akkuma beekkamu, dhukkubni Koroonaa-vaayras jalqaba biyya Chaaynaatti mul’ate. Tohannoo mootummaa Chaaynaa ala tahuun biyyoota Addunyaaw 60 ol gahuun isaa ifa.…
Guutuu Dubbisi »