Afrikaa
Odeeyfannoo Biyyoota Afrikaa
Dhalattoonni Oromoo Keeniyaa magaalaa Mandheeraa keessa jiraataa turan qe’ee fi qabeenya keenya irraa buqqifamne jedhan.
Dhalattoonni Oromoo Keeniyaa Magaalaa Mandheeraa keessa jiraataa turan, Waldhabbii daangaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi Naannoo Soomalee jiddutti kahe hordofuun, Dhalattoonni…
Guutuu Dubbisi »-

Israa’el Baqattoota Afrikaa Ari’uuf Karoorsite.
Karoorri Ministeera dhimmaa biyyaa keessaatii fi dhimma tasgabbii Isra’eel baase akka ibsutti, mootummaan Israa’el baqattoota lammiilee Afrikaa gara Ugaandaa fi…
Guutuu Dubbisi » Manni Murtii Ol’aanaa Keeniyaa Injifannoo Prezdaant Uhuuruu Keeniyaataa Raggaasise
Filannoo Prezdaantii Keeniyaa October 26 irraa deebiin geggeeffamee ture, Uhuruu Keenyaataa injifatuu Komishiiniin Filannoo biyyattii labsee ture. Haata’u malee paartiin…
Guutuu Dubbisi »-

Mootummaan Masrii waa’ee hidha Laga Abbaaay ilaalchisee Itoophiyaa Akeekkachiise.
Prezedaantiin Masrii Abdul-Fattah Alsisi waa’ee hidha laga Abbaaya ilaalchisee, mootummaa Itoophiyaa akeekkachiisuu isaa gabaasni Washington Post ni mul’isa. Prezedaant Alsisiin,…
Guutuu Dubbisi » -

Manni murtii Keeniyaa, lammiilee Itoophiyaa 137 tahan kanneen karaa seeraan alaatiin Keeniyaa seenan irratti yakka mure.
Lammiileen Itoophiyaa kunniin daangaa Moyalee irraan karaa seeraan alaatiin Keeniyaa seenuun gara Afrikaa kibbaa imaluuf qophii irra kan turan. Haa…
Guutuu Dubbisi » -

Koomishiiniin Filaannoo Keeniyaa, Filaannoo irra deebii prezdaant Uhuruu Keenyataa Injifatuu labse.
Filaannoo prezdaantummaa Keeniyaa irradeebii yeroo lammaffaatiif geggeefameen, ammas Prezdaant Uhuuruu Keenyaataa injifatuu Koomishiinni Filaannoo Keeniyaa IEBC guyyaa hardhaa labse. Hogganaan…
Guutuu Dubbisi » -

Somaaliyaa Moqaadishoo keessatti namoonni 10 boombiin ajjeefaman.
Moqaadishoo keessatti eegaa haleellaan lubbuu namoota hedduu galaafatee asitti ammas torbee lama booda guyyaa hardhaatis, boombii Konkolaataa lama irra…
Guutuu Dubbisi » Manni murtii ol’aanaa Keeniyaa ol iyyannaa guyyaan Filannoo akka jijjiiramuuf gaafatame osoo hin ilaalin hafe.
Filannoon Prezdaantummaa Keenyaa irraa deebiin October26/2017tti geggeeffamuuf karoorfammee ture, kadhimamaa Paartii mormituu Raayilaa Odiingaa dabalatee, dhaabbileen adda addaa haalli adeemsa…
Guutuu Dubbisi »Dhoohinsa Boombii Somaaliyaa keessatti mudateen baay’inni namoota du’anii 358 gahe
Haleellaa Boombii torban dabre keessa Somaaliyaa Magaalaa Maqdishootti raawwatameen, baay’inni namoota du’anii 358 gahee jira. namoonni heddus madaawanii hospitaalatti wal’aanamaa…
Guutuu Dubbisi »Hooggaanaan partii mormituu Keeniyaa Filannoo prezdantummaa irratti kan hin hirmaanne ta’uu beeksise.
Raayilaa Odiingaa Paartii mormituu Keeniyaa bakka bu’uudhaan kaadhimama Prezadantii kan ture yoo tahu, Filannoo irra deebii Onkololeessaa 26 adeemsifamu irraatti…
Guutuu Dubbisi »





