Eeshiyaa
Odeeyfannoo Eeshiyaa
-

Turkiyaan Waraana Mootummaa Suuriyaa rukutuu kan itti fuftu tahuu akeekkachiifte
Duula waraanaa mootummaan Suuriyaa naannawa Idlib keessatti geggeessaa jiru hordofuun, Turkiyaan baatii dabre irraa jalqabee finciltoota deeggaruun loltoota isii gara…
Guutuu Dubbisi » -

Jaappaan Atileetota Muslimaatiif Makiinaa Masjida ofirraa qabu qopheessite
Jaappaan, Atileetota biyyoota adduunyaa gara garaa irraa dorgommii Olompikii 32fffaa bara 2020 July 24 irraa hanga August 9, magaalaa Tookiyootti…
Guutuu Dubbisi » -

Gamtaan Biyyoota Islaamaa Karoora Baha Jiddu Galeessaa Bulchiinsi Traamp labse sagalee guutuun kuffise
Gamtaan Biyyoota Islaamaa IOC jedhamu, kan miseensa biyyoota 57 hammate “karoora nageenyaa”maqaa jedhuun labsii bulchiinsi Traamp torbee dabre baase irratti,…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Suuriyaa haleellaa naannoo Idlib keessatti haarayatti jalqabe hammeessee itti fufuu gabaafame
Mootummaan Bashaar Al-Asaad michuu isaa Raashiyaa waliin tahuun, December dabre irraa jalqabe naannawa too’annaa finciltootaa jala jiru keessatti duula waraanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Falasxiin uggura Israa’el cabsuun Jum’aa har’aa Masjid al-Aqsaatti kan salaatan tahuu gabaafame
Bulchiinsi Traamp “karoora nageenyaa maqaa”jedhuun wixinee dachii Falasxiinotaa guututti Israa’eliif kennu eega labsee booda, mootummaan Israa’el West Bank fi Al-Qudsi…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Sa’uudii, Lammileen Israa’il biyya isaa akka seenan kan hin hayyamne tahuu ibse
Mootummaan Israa’il lammiileen isaa gara Sa’uudii akka imaluu danda’an kan hayyame yoo tahu, mootummaan Sa’uudii ammoo waliigalteen akkasii jidduu isaanii…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Falasxiin Wixinee Bulchiinsi Traamp karoora nageenyaa jechuun qopheesse kuffisan
Prezdaant Traamp wixinee “karoora nageenya baha jiddu galaa”jechuun bulchiinsi isaa qopheesse, guyyaa kaleessaa muummicha ministeera Israa’el Benjaamiin Netaaniyaahuu waliin kan…
Guutuu Dubbisi » -

Xiyyaarri Waraana Ameerikaa Baha Afgaanistaan keessatti kufuu gabaafame
Xiyyaarri qondaaltota waraana Ameerikaa fe’atee ture kun, Baha Afgaanistaan naannawa too’annaa garee Xaalibaan jalatti argamu kan Gaazni jedhamu keessatti wixata…
Guutuu Dubbisi » -

Balaan Kirkira lafaa Baha Turkiyaa keessatti muudate yoo xiqqaate lubbuu nama 20 galaafate
Qondaaltonni mootummaa Turkiyaa akka ibsanitti, balaa kirkira lafaa kutaa biyyattii Elazig jedhamtu keessatti halkan edaa muudate kanaan, hanga ammaatti namoonni…
Guutuu Dubbisi »










