Eeshiyaa
Odeeyfannoo Eeshiyaa
-
Janiinitti lammiileen Falasxiin Sagal ajjeefaman
Waraanni mootummaa Israa’el haleellaa fi duula ummata Falasxiin irratti raawwatu hammeessee itti fufeera. Gazzaa irratti guyyuu boombiitu rooba. Guyyuu daa’immanii…
Guutuu Dubbisi » -
Dr Zaakir Naayik Falasxiin gargaaruuf waadaa seene
Daa’iin beekkamaan Islaamaa Doktor Zaakir Naayik ummata Falasxiin mallaqaan gargaaruudhaaf waadaa seenee jira. Doktor Zaakir Naayik diina Islaamummaa dura dhaabbatee,…
Guutuu Dubbisi » -
Lammiileen 10,000 ol ji’a tokko keessatti ajjeefaman
Waraanni Israa’el, Gazzaa irratti boombii roobsuu eega eegalee ji’a tokko caalee jira. Ummata Gazzaa lafa xiqqoo irratti hacuucamee jiraatus humnaa…
Guutuu Dubbisi » -
Ameerikaan doonii niwkulara baatu ergite
Haleellaan waraanni Israa’el Gazzaa irratti raawwataa jiru ji’a tokko caalee jira. Haleellaan kun hammaachuu malee laaffachuu hin garsiisne. Halkan kaleessaatis…
Guutuu Dubbisi » -
“Gazzaa irratti Niwkularri haa dhoofamu” Ministera Israa’el
Hoogganaan Ministeera Hambaalee Israa’el, Amichaay Eliyaahuu, Gazzaa irraa namni hundi haxaawamee akka baafamu gaafate. Miseensa garee finxaaleeyyii Yahuudaa kan ta’e…
Guutuu Dubbisi » -
“Sosochiin lafaatuu hagana hin ulfaatu” jiraattoota Gazzaa
Waraanni Israa’el Gazzaa irratti duula taasisaa jiru cimsee itti fufeera. Taankii fi meeshaalee waraanaa jajjabaan manaa fi karaa caccabsaa Magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -
Gazzaatti Lammiileen 195 ajjeefamanii, 120 dhabamaniiran
Haleellaan xayyaaraa fi Misaa’elaan Gazzaa irratti waraanni Israa’el geggeessu hammaatee itti fufeera. Duulli lafoodhaan geggeeffamaa jirus jabaateera. Lammiileen nagayaa lubbuun…
Guutuu Dubbisi » -
Gazzaatti Lammiileen 100 ol bakka tokkotti ajjeefaman
Waraanni Israa’el haleellaa guyyaa kaleessaa gamoo kaampii baqattoota Jabaliyaa keessatti argamu irratti raawwatteen namoon 100 caalan ajjeefamanii jiran. Hedduun isaanii…
Guutuu Dubbisi » -
Waraanni Gazzaa irratti taasifamu hin dhaabbatu
Muummichi Ministeera Israa’el, Benjaamin Netaniyaahuu, waraanni Gazzaa irratti godhamaa jiru hin dhaabbatu jechuun dubbate. “Waraanni kun yoo gareen Hamaas barbaadaye…
Guutuu Dubbisi » -
Waraanni Israa’el Falasxiin irratti geggeessitu babal’ataa jira
Haleellaan Israa’el bulchiinsa Falasxiin fi Gazzaa irratti raawwattu kallattii hundaan hammaatee itti fufee, gara biyyoota ollaatis tarkaanfataa jira. Akka Ministeerri…
Guutuu Dubbisi »