Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Waraanni Naannoo Benshaangul Gumuuz Lammiilee Oromoo Magaalaa Toggoo keessa jiraatan irratti dhukaasa baneen namoonni lama ajjeefaman
Sabtii dheengaddaa lammiileen Oromoo Naannoo Benshaangul Gumuuz aanaa addaa Toggoo magaalaa Toggoo keessa jiraatan, deeggarsa muummicha ministeeraatiif qaban ibsachuuf hiriira…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Sheikh Tamaam Muktaariin durfamu lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifamaniif deeggarsa godhe
Jilli kun godina Harargee bahaa aanaa Jaarsoo irraa gara Aanaa Cinaaqsan imaluun, ummata waraana Liyyuu Poolisii naannoo Soomaleetiin qe’ee fi…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Asallaati hiriirri deeggarsa Muummicha Ministeeraa geggeeffame.
Guyyaa hardhaa magaalaa Asaallaatti jijjiirama siyaasaa biyyaatti keessatti muldhataa jiru fi muummicha ministeeraa jabeessuuf hiriirri deeggarsaa kan geggeeffame yoo tahu,…
Guutuu Dubbisi » -

Ummanni magaalaa Dirree Dhawaa deeggarsa muummicha ministeeratiif qabu ibsachuuf hiriira nagahaa geggeesse
Ummanni Magaalaa Dirree Dhawaa jijjiirama hooggansa muummicha ministeeraatiin dhufaa jiru deeggaruun, ganama har’aa Istaadiyoomii magaalattii keessatti hiriira nagahaa geggeesse.…
Guutuu Dubbisi » -

Hoogantoonni Poolisii Federaalaa fi Finfinnee to’annoo jala oolan
Haleellaa Boombii Hiriira irratti raawwatameen walqabatee qorannoo geggefamaa jiruun, Itti aanaa Komishiinarii dabalatee hooggantoonni Poolisii Federaalaa fi Finfinnee sagal too’annaa…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Koree Fala Barbaadduu Hawaasa Muslimaa namoota balaa Boombiitiin miidhamanii Hospitaala Xiqur Anbassaatti waldhaanamaa jiran Ziyaaran
Hiriira guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee keessatti geggeefame irratti haleellaa Boombii dhaqqabeen namootni 150 ol tahan miidhaman hospitaalota magaalaa Finfinnee keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriira nagayaa magaalaa Finfinnee irratti haleellaan boombii raawwatame
Hiriira guyyaa har’aa magaalaa Finfinnee keessatti geggeefame irratti haleellaa Boombii dhaqqabeen namootni heddu kan miidhaman tahuun beekame. Odeeffannoo jalqaba bahe…
Guutuu Dubbisi » -

Muslimoota magaalaa Burraayyuu irraa hidhaman keessaa 2 hiikaman
Muslimoonni 10 sababaa masjiida magaalaa Burraayyuutti diigamee ture waliin walqabatee kan hidhaman yoo tahu, guyyaa hardhaa mana murtii sadarkaa tokkoffaa…
Guutuu Dubbisi » -

Meejar Jeneraal Yilmaa Mardaasaa Ajajaa Ol’aanaa Humna Qilleensa Itoophiyaa tahuun muudame
Ajajaa Ol’aanaa Humna Qilleensaa kan ture Jeneraal Aadam Muhaammad Daarektara Muummee Tajaajila Nageenyaa fi Basaasa Biyyoolessaa (NISS) tahuun mudamuun isaa…
Guutuu Dubbisi » -

Jilli Sheikh Amiin Ibrootiin durfamu magaaloota adda addaa Sagantaa Da’waa eegale.
Jilli kun waggaa waggaan baatii soomanaa booda magaalota adda addaa keessa deemuun ummata kan dammaqsu yoo tahu, bara kanas sagantaa…
Guutuu Dubbisi »










