Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Abdulaziiz Ahmad Riyaaditti Ambaasaadara Itoophiyaa tahuun Muudame
Mootummaan Ityoophiyaa Sa’udii irraa dippiloomaatota lama gara biyyaa kan yaame tahuu gabaasuun keenya ni yaadatama. Ministeerri haajaa alaa ibsa guyyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Diploomaatonni Ityoophiyaa ol’aanoon, Sa’uudii irraa gara biyyaa yaamaman.
Mootummaan Itoophiyaa Dipiloomaatota ol’aanoo Sa’udi Arabiyaa irraa gara biyyaa kan yaame tahuu gaazexaan Addis Standard gabaase. Akka gabaasa Kanaatti Riyaaditti…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Paartii Mormiituu ADO Finfinnee seenan.
Hoggantoonni paartii mormiituu ADO( ODF) tahan mootummaa waliin mariyatuuf ganama hardha magaalaa Finfinnee kan seenan tahuu odeeyfannoon argame ni addeessa.…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Shaashamanneetti Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa Guddaan geggeeffame
Sagantaan Da’awaa fi Barnootaa magaalaa Shaashamanneetti Alhada har’aa geggeeffame kana irratti miseensonno Koree furmaata barbadduu hawaasa muslimaa jidduu, Sheik Makkata…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad gara Sa’udii imale
Dr Abiy Ahmad daaw’annaa hujiitiif har’a galagala gara Sa’udii kan imale tahuu Ejensiin Odeeyfannoo Itoophiyaa gabaase. Akka gabaasa kanaatti Dr…
Guutuu Dubbisi » -

Lammileen Oromoo Naannoo Soomalee irraa buqqifamanii Kaampii Hammarreessaa qubsiifaman rakkoo hamaa keessa jiraatuu dubbatan
Lammileen Oromoo miiliyoona tokkoo ol tahan daangaa naannoo Soomalee irraa buqqifamanii kaampiilee heddu keessatti qubsiifamuun isaanii ni beekkama. Lammiilee kana…
Guutuu Dubbisi » -

Paartiin Adda Dimokraatawaa Oromoo mootummaa Itoophiyaa waliin marii jalqabuu beeksise
Paartiin Adda Dimokraatawaa Oromo jedhamu kan Obbo Leencoo lataatiin durfamu mootummaa Itoophiyaa waliin haasawa kan jalqabe tahuu ibse. Dhaabbatichi ibsa…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan eebba manzuuma Raayyaa Abbaamaccaa “Lammiin Lammiif” jedhu gaggeeffame
Qophiin eebba CD Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa har’a ganama Finfinnee Buraayyuu galma Shaaqaa Moolitti bifa oowwaa taheen gaggeeffamee jira.Ustaaz Raayyaan…
Guutuu Dubbisi » -

Markazni Imaamul Kisaa’ii Marsaa 10ffaaf barattoota Hifzii Qur’aanaatiin Eebbisiise.
Markazni Imaamul Kisaa’i kan godina Harargee bahaa magaalaa Haramaayaa ganda Qoree keessatti argamu, guyyaa hardhaa barattoota Hifzii Qur’aanaatiin barsiisaa ture…
Guutuu Dubbisi »










