Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Gaazexeessaa Iskindir Naggaa dabalatee namoonni 11 waraana Mootummaatiin ukkaamfamuun dhagahame
Gaazexeessaa Iskindir Naggaa kan dhiheenya kana hidhaa irra hiikame dabalatee namoonni heddu poolisootaan ukkaafamanii kan hidhaman tahuu odeeyfannoon argame ni…
Guutuu Dubbisi » -

Dubartoonni Muslimaa magaalaa Shaashamannee lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifaman ziyaaran
Dubartoonni muslimaa magaalaa Shaashamannee guyyaa hardhaa lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifamun bulchiinsi magaalatti qubachiise, gargaarsa walitti qaban geessuun ziyaaran. Ziyaaraa…
Guutuu Dubbisi » -

Komaand poostiin hooggantootaa hawaasaa hidhatti darbuu itti fufee jira
Godina Harargee Lixaa Magaalaa Cirootti imaama masjiida Salaam kan ta’an Sheek Ibraahim, amma dura ummata naannoo Somalee irraa buqqa’eef gargaarsa…
Guutuu Dubbisi » -

Hiriirri Mormii Lammiileen Biyya keenyaa biyyoota Awrooppaa jiraatan geggessaan cimee itti fufee jira
Lammiileen biyya keenyaa biyyoota Awrooppaa keessa jiraatan haala siyaasaa Itoophiyaa keessa jiruu fi sarbama mirgaa mootummaan raawwataa jiru kan balaleefataa…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Itoophiyaa Ummatni miiliyoona 8 tahu beelaaf saaxilamuu beeksise
Mootummaan Itoophiyaa ummatni miiliyoona 8 beelaaf saaxilamuu ibsuun, hawaasa addunyaa irraa deeggarsa doolaara biiliyoona 1 fi miiliyoona 600 gaafate. Mootummaan…
Guutuu Dubbisi » -

Waldaan Fannoo Diimaa Keeniyaa lakkoofsi namoota gara Keeniyaa baqatanii dabaluu ibse.
Duguuggaa sanyii waraanni Makkalaakayaa godina Booranaa Magaalaa Mooyyalee keessatti march 1/2018 raawwate hordofuun, lammiileen Oromoo aanaa Mooyyalee keessaa baqatuun gara…
Guutuu Dubbisi » -

Duulli Uggura Booba’aa biyyattii keessatti jalqabame ammas torbee tokkoof dheereeffame
Torbee darbe guutuu biyyattii keessatti hanqina boba’aa uumuuf bootteewwan booba’aa gara biyyaa galchanis tahee kanneen biyya keessatti raabsan sochii tokkollee…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalakayaa aanaa Gidaamiitti nama ajjeese
Godina Qellem Wallaggaa aanaa Gidaamii ganda Abbootteetti waraanni Makkalaakayaa namoota ganda keessa jiraan irratti dhukaasa banuun intala dubara umrii 17…
Guutuu Dubbisi » -

Ajjeechaan Waraanni Liyyuu Poolisii Soomalee daangaa Oromiyaa ceehuun raawwatu itti fufee jira.
Godina Baalee aanaa Sawweenaa Ganda Burqaa Dhaareetti jimaata March 16/2018, waraanni liyyuu poolisii naannoo Somaalee daangaa Oromiyaa cehuun, ummata nagayaa…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiilee Keenya magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhii Qubsiifamaniif gargaarsi godhame
Lammiilee Oromoo naannoo Somaalee irraa buqqifaman Bulchiinsa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti guyyoottan darban keessa hujiin qubsiisuu jalqabamuu isaa isinii…
Guutuu Dubbisi »










