Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Waraanni makkalaakaaya Magaalaa Mooyyalee keessatti namoota 9 ol ajjeesse.
Waraanni Makkalaakayaa Godina Booranaa Magaalaa Mooyyaalee kresstti dhukaasa banuun, yoo xiqqaate namoota 9 ajjeessuun heddu ammoo madeesse. Ganama har’aa magaalaa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota Oromiyaa Keessatti hidhaan hammaatee itti fufee jira.
Lagannaan gabaa fi manaa bahuu dhabuu guyyoota sadihiif geggeeffamaa ture, guyyaa kaleessaa kan xumurame yoo tahu, kanuma hordofuun magaalota Oromiyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Haajaa alaa Ameerikaa, labsiin yeroo muddamaa ariitiin akka kaafamu gaafate.
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan guyyaa kaleessa Itoophiyaa kan seene yoo tahu dhimma haala siyaasaa biyyaatti irratti angawoota mootummaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ministeerri Haajaa Alaa Ameerikaa Itoophiyaa Seenuun beekame
Ministeerri haajaa alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan har’a waaree booda Finfinnee kan seene tahuun beekame. Ministeerri haajaa kun Qondaaltota Itoophiyaa waliin…
Guutuu Dubbisi » -

Guutuu Oromiyaatti Lagannaan Gabaa Gaggeeffamaa oole.
Guutuu Oromiyaatti Guyyaa 2ffaatiif Lagannaan gabaa gaggeeffamaa oole. Magaalota muraasa keessatti waranni waraanni mootummaa ummata dirqamsiisee dukkaana bansiisee jira. irra…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Lixa Oromiyaa keessatti ajjeechaa fi dararaa ummata irratti raawwatu itti fufee jira
Shawaa Lixaa magaalaa Gincii keessatti halkan edaa dargaggoo Abdii Toleeraa jedhamu mana isaa keessaa fuudhuun ajjeessanii daandii irratti kan darban…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Godina Wallaggaa fi Shawaa Lixaa keessatti lubbuu namaa galaafate
Godina Shawaa lixaa magaalota akka Amboo,Gincii,Gudar fi Incinnii keessatti waraanni makkalaakayaa hawaasa irratti dhukaasa banuun namoonni heddu kan miidhaman tahuun…
Guutuu Dubbisi » -

Miseensonni Parlaamaa Labsii yeroo muddamaa irratti guyyaa boruu sagalee kennu jedhamee eeggama.
Labsiin yeroo muddamaa eega labsamee hardha guyyoota 14 lakkoofsisee jira. Labsiin kun miseensota mana mareetiif osoo dhiyaate hin mirkanaayin duratti…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Aagaazii magaalaa Ukee keessatti nama ajjeese
Ajjeechaan magaaloota naannawa Naqamtee keessatti godhamuu itti fufeera. Guyyaa har’atis waraanni Makkalaakayaa magaalaa Ukkee keessatti nama tokko ajjeessuun namoota 2…
Guutuu Dubbisi » -

Maallaqni deeggarsaa maqaa Lammiilee naannoo Soomalee irraa buqqifamaniitiin baankii seene birrii 1,107,433,879 gahuun ibsame.
Deeggarsi lammiilee Oromoo naannoo Soomalee qe’ee fi qabeenya isaanii irraa buqqifamuun iddoo adda addaatti qubsiifamaniif godhamu cimee itti fufee…
Guutuu Dubbisi »










