Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Waraanni Makkalaakayaa Godina Booranaa fi Shawaa bahaa keessatti namoota heddu ajjeese
Guyyaa Kaleessaa Godina Booranaa Aanaa Mooyyaalee keessatti waraanni makkalaakayaa dargaggoota irratti dhukaasuun, nama tokko ajjeesee tokko ammoo madeessuun beekame. Dargaggoo…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Baalee Roobee magaalaa Roobeetti sagantan Ijaarsa masjidaatiif galii waliitti qabu geggeeffame.
Guyyaa har’aa godina baalee magaalaa Roobeetti sagantaan mallaqa ijaarsa masjidaaf walitti qabu geggeeffame ooleera, Barattootni Koollejjii barsiisota Roobee mooraa keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Waraanni Makkalaakayaa Magaalaa Waldiyaa keessatti lubbuu namoota hedduu galaafate
Naannoo Amaaraa Godina Wolloo magaalaa Waldiyaatti haleellaa waraanni Makkalaakayaa guyyaa kaleessaa hawaasa nagayaa irratti raawwateen yoo xiqqaate namoonni 5 ajjeefaman.…
Guutuu Dubbisi » -

Dargaggoo Mujiib Amiinoo Mana Murtii dhiyaate.
Dargaggoo Mujiib Amiinoo muslimoota galmee Khadiir Eliyaas jalatti himataman irratti ragaa dharaa akka bahu gaafatamee diduu isaatiin, mana hidhaa Ma’akelaawiitti…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalota adda addaatti ummanni hidhamtoota hiikaman haala oowwaan simataa jira.
Hidhamtoota Siyaasaa guyyaa kaleessaa irraa jalqabee manneen hidhaa adda addaa irraa lakkifaman, ummanni magaalota adda addaa keessatti Simannaa godhaafii jira.…
Guutuu Dubbisi » -

Lammiileen Oromoo Liyyuu poolisiin qe’ee isaanii irraa buqqifamanii Godina Baalee keessa qubsiifaman rakkoo hamaa keessaa jiraatuun beekkame
Godina Baalee keessatti naannoo gammoojjii fi daangaa irraa sababaa walitti bu’iinsa daangaatiin haleellaa Liyyuu poolisii bulchiinsa naannoo Somaalee dheessuun yeroo…
Guutuu Dubbisi » -

Dr Mararaa Guddinaa Hidhaarraa Hiikame
Dr Mararaa Guddinaa dabalatee shakkamtoonni 115 himannaan isaan irratte dhiyaatee ture kanneeen addaan cite guyyaa har’aa mana hidhaa Qiliinxootii gad…
Guutuu Dubbisi » -

Himannaan Dr Mararaa Guddinaa irratti baname addaan cituun beekame.
Dhaabni Biyyattii bulchaa jiru wal gahii dhiheenya kana geggeesseen hidhamtoota Siyaasaa lakkisuuf labsii baasuun ni yaadatama. Kanuuma hordofuun Abbaan Alangaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ustaazonni Keenya lammiilee naannoo Somaaleetii buqqifamanii Finfinnee qubatan Ziyaaran
Ustaazonnii keenya deggarsa kana kan godhan guyyaa 15 dura yoo tahu, deeggarsa kanaas ummata irraa walitti qabuun osoo hin taane…
Guutuu Dubbisi »










