Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Lammileen Itoophiyaa Sa’uuditti hidhaman rakkachuu himan
Mootummaan Sa’uudii sababa dhukkuba Koroonaa-vaayrasiif ji’oota muraasa dura lammiilee biyyoota garagaraa hayyama jireenyaa hin qabne biyya isaaniitti kan deebisu tahuu…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 24, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 5,034 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Majlisa Magaalaa Finfinnee Sheekh Sulxaan Haaj Amaan irratti himannaa dhiheesuun gabaafame
Manni marii Dhimmoota Islaamaa magaalaa Finfinnee sababa hoggantoota majlisaa jidduu, namoonni tokkummaa hawaasa Muslimaa diigaanii fi seeraa alaatti mindeeffaman jiraatuu…
Guutuu Dubbisi » -

Majlisni waliigalaa Magaalaa Finfinnee, Miindaan Hojjii Raawwachiistuuf akka hin kaffalamne murteesse
Hoggantoota Majlisa magaalaa Finfinnee keessa namoonni tokkummaa hawaasa Muslimaa diiguu fi akka hojiin hin hojjetamne guufachisuun ji’a qofa lakkaa’anii mindaa…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 23, 2020
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii 4,848 gahe Qorannoo laaboraatorii sa’aa 24’n dabre keessa namoota 3773’f taasifame jidduu, haarayatti namoonni 185…
Guutuu Dubbisi » -

Ejensiin Nageenya Odeeyfannoo Neetwoorkii Ityoophiyaa haleellaa karaa interneetiitiin dhaabbilee biyyattii irratti aggaamame fashaleessuu beeksise
Ejensichi ibsa baaseen akka jedhetti, gareewwan teeknolojii teessuma isaanii Masrii godhatan, dhaabbilee Itoophiyaa irratti dhiibbaa diinagdee fi siyaasaa akkasumas yaada…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaan gaaffii Masri Mana Marii Nageenyaatii dhiheessiteef deebisaa kennite
Mootummaan Masri torbee dabre gama ministeeraa haajaa alaa isaatiin, Ityoophiyaan hidha laga Abbaay ilaalchisee Masri fi Suudaan waliin walii galtee…
Guutuu Dubbisi » -

Kolleejjii Imaamu Shaafi’ii gara Yunivarsitiitti guddisuuf dhagaan bu’uraa kaayame
Kolleejjiin Islaamaa Imaamu Shaafi’ii kan magaalaa Adaamaatti argamu, waggoota dura hojiitti kan seene yoo tahu, guyyaa har’aa gara Yuunivarsitiitti guddisuuf…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoo Oromiyaatti lakkoofsi namoota COVID-19’n qabamanii 251 gahe
Qorannoo COVID-19 naannichaatti sa’aa 24’n dabre keessaatti namoota 240’f taasifameen, namoonni qabaman 16 argamu biiroon fayyaa naannichaa beeksise. Namoonni 16’n…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 22,2020
Itoophiyaatti Namoota 3238 kan qorannoon COVID-19 taasifameef jidduu Namoonni Faalaman 131 argamu ibsame. Qorannoo dhibee Koroonaa Vaayiras sa’aa 24’n dabre…
Guutuu Dubbisi »










