Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

COVID-19 UPDATES June 21, 2020
Itoophiyaatti lakkoofsi namoota COVID-19 qabamanii 4532 gahe Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa qorannoo COVID-19 sa’aa 24’n dabre keessa namoota 4457’f taasifame jidduu,…
Guutuu Dubbisi » -

Masri Dhimma Guutinsa Bishaan Laga Abbaay ilaalchisee, Manni Maree Nageenyaa akka jidduu seenu gaafatte
Mariin torban dabre keessa biyyoota sadeen, Itoophiyaa, Masrii fi Suudaan jidduutti jalqabame waliigaltee malee xumuramuu dhabuus, guyyaa bishaaniin guutuuf itti…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 20, 2020
Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 4,469 gahe Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti…
Guutuu Dubbisi » -

“‹”‹”‹”‹Aalimni guddaan biyya Keenyaa Sheekh Dr, Abdulshakuur Muhammad gara ganda Aakiratti godaanan
Ardii Afrikaatti yeroo jalqabaatiif beekumsa Shari’aatiin sadarkaa Doktorummaa kan argatan, Aalimni guddaan biyya Keenyaa Dr Abdulshakuur Muhammad, dhukkubsatanii kan walaanamaa…
Guutuu Dubbisi » -

Qajeelfamoota Labsii muddamaa Dhibee Koroonaa Vaayiras ittisuuf bahe jidduu muraasni fooyya’e
Ministeerri Fayyaa Dr Liyaa Taaddasaa qajeelfamoota tatamsaa’a COVID-19 to’achuuf bahe jidduu, Qorannoo reefka,sirna Awwaalchaa, iddoo tursiisa dirqama fi mana ofiitti…
Guutuu Dubbisi » -

Itoophiyaatti Guyyaa Har’aa Namoonni 7 COVID-19’n du’uun gabaafame
Itoophiyaatti qorannoo COVID-19 sa’aa 24’n dabran keessaatti namoota 4809’f taasifameen namoota 116 irratti Vaayirasiin kun kan argame ta’u Ministeerri fayyaa…
Guutuu Dubbisi » -

Naannoon Sidaamaa Naannoo Kibbaa irraa fottoquun ifatti hundeeffame
Manni Maree Naannoo Kibbaa wal gahii ariifachiisaa Khamiisa har’aa geggeesseen Naannoon Sidaamaa ifatti hundeeffamuu labse. Manni marichaa wixinee seeraa angoo…
Guutuu Dubbisi » -

Gaaffii Godinni Ummata Silxee akka Naannoo tahuuf dhiyaate irratti Mariin geggeeffame
Manni marii ummata godina Silxee Guraandhala 2,2012, gaaffii godinichi, Bulchiinsa naannoo Sabaa fi Sablammoota kibbaa jalaa akka bahuuf, ummanni dhiheesse…
Guutuu Dubbisi » -

COVID-19 UPDATES June 17, 2020
Ministeerri Fayyaa Sa’aa 24 dabre keessa qoronnoo geggeefameen namoota 129 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu beeksise Ministeerri Fayyaa ibsa Arba’aa har’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Itti aanaa Prezdaantii Suudaan Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo Finfinnee seene
Jilli mootummaa Suudaan Itti aanaan Prezdaantii Jeneraal Muhammad Hamdaan Dagaaloo durfamu har’a Finfinnee yeroo seenetti, Itti aanaan Muummicha Ministeeraa Obbo…
Guutuu Dubbisi »










