Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Itoophiyaatti lakkoofsi Namoota COVID-19’n qabamanii 272 gahuu gabaafame
Ministeerri Fayyaa Itoophiyaa sa’aa 24’n dabre keessa namoota 3580f qorannoon COVID-19 kan taasifame tahuu fi namoota kana jidduu namoonni faalaman…
Guutuu Dubbisi » -

Lafti Masjidni Sadarkaa Afrikaatti guddaa ta’e akka itti ijaaramuuf waadaa galame kennamuuf tahuu ibsame
Waggaa tokko dura jijjiirama siyaasaa biyyattiitti argame hordofuun, Muummichi Ministeeraa Abiy Ahmad magaalaan Finfinnee magaalaa waldeennaa gamtaaa Afrikaa tahuu isii…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 239 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 2171 geggeesseen, nama 29 irratti vaayirasiin koroonaa…
Guutuu Dubbisi » -

Ganda tokkorraa abbootiin warraa 67 Islaamawan
Godina Booranaa aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaaballootti Da’awaa dargaggoonni naannichatti wal ijaaruun godhaniin guyyaa kaleessaa abbootiin warraa 67 gahan, kanneen…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Murtii Ol’aanaan Nannoo Amaaraa qondaaltota mootummaa duraanii lama irratti adabbii hidhaa fi maallaqaa murteesse
Qondaaltonni mootummaa duraanii ol’aanoon Obbo Barakat Sim’oon fi Obbo Taaddasaa Kaasaa, maalamaltummaan himatamanii waggaa tokko dura qabamanii hidhamuun ni yaadatama.…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 187 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 1,843 geggeesseen, nama 25 irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Muummichi Ministeeraa Heeraan ala aangoo qabachuuf sochii godhamu kan hin obsine tahuu akeekkachiise
Muummichi Ministeeraa Dr Abiy Ahmad dabarfamuu filannoo biyyoolessaa fi murtee fudhatame ilaalchisuun ibsa Khamiisa har’aa kenneen, Mootummaan filannoon akka gaggeeffamu…
Guutuu Dubbisi » -

Sirni awwaalcha Kabiir Huseen Waaqoo magaalaa Adaamaatti raawwatame
Abbaan Qabeenyaa Kolleejjii Fayyaa Hospitaal Waliigalaa Adaamaa Kabiir Huseen Waaqoo dhukkubsatee Wal’aanamaa eega turee booda, guyyaa kaleessaa addunyaa tana irraa…
Guutuu Dubbisi » -

Paarlaamaan “filannoo dhuftu ilaalchisee yaadni furmaataa heera biyyattii irratti qofa hundaayee akka dhihaatu”yaada jedhu raggaasisuu gabaafame
Filannoon bara kanaa sababa weerara COVID-19 kan hin geggeeffamne tahuu eega ibsamee booda, akkaataa heera biyyattiitiin xumura ji’a Fulbaana dhufuu…
Guutuu Dubbisi » -

Ityoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota vaayirasii koroonaatiin qabamuu mirkanaahe 140 gahe
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa ibsa har’a baaseen, sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laabratoorii 1,758 geggeesseen, nama shan irratti vaayirasiin koroonaa argamuu…
Guutuu Dubbisi »








