Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Manneen Murtii Federaalaa hujii idilee isaanii torbee lamaaf akka dhaaban murtaa’e
Prezdaantiin Mana Murtii Federaalaa Aadde Ma’aazaa Ashannaafii akka beeksistetti, Manneen Murtii Federaalaa tamsa’ina Vayirasii Koroonaa ittisuuf jecha Bittooteeysa 10-24/2012tti himannaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa dabalatee namoonni 21 Vaayirasii Koronaa irraa bilisa tahuu ibsame
Hogganaa Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo dabalatee namoota lammii Jaappaan jalqaba Ityoophiyaa keessatti vaayrasiin Koroonaa irratti argame waliin wal arganii…
Guutuu Dubbisi » -

Mootummaan Ityoophiyaa tamsa’ina Vayirasii Koroonaa to’achuuf Manneen Barnootaa akka cufaman ajaje
Muummichi ministeeraa Dr. Abiy Ahmad tamsa’ina Vayrasii koroonaa ittisuuf har’aa eegalee guyyoota 15’f manneen barnootaa akka cufaman ajajni dabruu beeksise.…
Guutuu Dubbisi » -

Balaa Konkolaataa Godina Harargee Lixaa Keessatti muudateen lubbuun nama 10 dabre
Waajjirri Kominikeeshiinii Godina Haragee Lixaa akka beeksisetti, Sabtii har’aa Minibaasiin imaltoota fe’attee Magaalaa Hirnaa irraa gara Ciroo deemaa turte, Aanaa…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Majlisa godina Baalee bahaa fi lixaa haarayatti muudaman
Godinni Baalee duraan tokko ture bakka lamatti adda baafamuun Baalee lixaa fi bahaatti kan qoodame yoo tahu, Qoodama bulchinsaa kana…
Guutuu Dubbisi » -

Gandoota godina Arsii Lixaa gara garaatti namoonni 109 dhukkuba Koleeraan qabaman
Magaalaa Shashamannee dabalatee gandoota godinichaa hedduu keessatti, rakkoo bishaan dhugaatii qulqulluu yeroo dheeraaf jiru hordofuun, namoonni hedduun dhukkuba Koleeraan qabamuu…
Guutuu Dubbisi » -

Godina Arsii Magaalaa Gadeedootti Sagantaan Muhaadaraa guddaan geggeeffame
Kaayyoon sagantaa kanaa madrasaa Fathiif deeggarsa walitti qabuuf kan qophaa’e yoo tahu, hawaasni muslimaa magaalaa Gadeedoo fi naannawa isii argamuun…
Guutuu Dubbisi » -

Sagantaan Eebba fi Tumsa Tv Nuuralhudaa Magaalaa Sirbootti geggeeffame
Hawaasni muslima godina Arsii aanaa Leemmuu fi Bilbiloo magaalaa Sirboo guyyaa har’aa, Miidiyaa Islaamaa yeroo jalqabaatiif Afaan Oromootiin tamsaasa isaa…
Guutuu Dubbisi »










