Odeeyfannoo Biyyaa
Odeeyfannoo Biyyaa Teenyaa Guutuu
-

Masjidni Jamii’ul Khabiir kan magaalaa Arbaguuguu eebbifame
Godina Arsii magaalaa Arbaguuguutti kan ijaarame Masjidni Jamii’ul Khabiir guyyaa har’aa eebbifame. Sagantaa eebbaa tana irratti Pirizdaantiin mana Marii Dhimmoota…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Dhimmoota Islaamaa Ityoophiyaa Mootummaa Naannoo Amaaraa irratti himannaa kan banu tahuu beeksise
Manni Marii Dhimmoota Islaama Ityoophiyaa ibsa guyyaa har’aa baaseen, Mooxaa dabalatee magaalota naannoo Amaaraa heddu keessatti haleellaa Masjiidotaa fi qabeenya…
Guutuu Dubbisi » -

Manni Marii Ministeerotaa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa labsiin akka hundeeffamu Murteesse
Manni Marii Ministeerotaa Manni Marii Dhimmoota Islaamaa labsiin akka hundeeffamu Murteesse Guutuu Odeeyfannoo kana in shaa ALLAH turtii muraasa booda…
Guutuu Dubbisi » -

Haleellaa Finxaaleyyiin Ortoodoksii magaalaa Hararitti raawwataniin lubbuun nama muslimaa tokko dabre
Haleellaa Finxaaleyyiin amantaa Ortoodoksii hordofan guyyaa har’aa hawaasa muslimaa fi qabeenya hawaasa muslimaa irratti magaalaa Hararitti raawwataniin, guyyaa keessaa sa’aa…
Guutuu Dubbisi » -

Magaalaa Hararitti waajjira Koongirasii Federaalawaa Oromoo irratti haleellaan raawwatame
Dura-taa’aan Koongirasii Federaalawaa Oromoo Pirofeesar Mararaa Guddinaa OMNtti akka himetti, haleellaa qaamota gurmaa’aniin waajjira paartichaa irratti raawwatameen miidhaan qabeenya irra…
Guutuu Dubbisi » -

Hoomaan awwaannisaa Godinoota Oromiyaa gama Kibbaa fi Kibba Bahaa keessatti muudate miidhaa hamaa dhaqqabsiisaa jiraatuu ibsame
Hoomaan awwaannisaa kun Godinoootaa Baalee, Arsii Lixaa, Gujii, Gujii Lixaa fi Boorana keessatti kan babal’ate yoo tahu, biqiltuu lafa heektaara…
Guutuu Dubbisi » -

Hoggantoonni Majliisa Federaalaa fi Oromiyaa mootummaa irraa komii cimaa kan qaban tahuu ibsan
Waltajjii marii Ministeerri Nageenyaa fi Gamtaan Dhaabbilee Amantii dhiheenya geggeesse irratti, hoggantoonni Majliisa federaalaa fi Majliisa Oromiyaa mootummaa irraa komii…
Guutuu Dubbisi » -

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Magaaloota gara garaatti, tajaajila baankii dhalarraa bilisa eebbisiise
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisa tahe kennuuf, magaaloota gara garaatti dameewwan isaa banaa jira. Haaluma kanaan…
Guutuu Dubbisi »










