header('Content-Type: text/html; charset=utf-8');
OdeeyfannooOdeeyfannoo Biyyaa

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Magaaloota gara garaatti, tajaajila baankii dhalarraa bilisa eebbisiise

Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa tajaajila baankii dhala irraa bilisa tahe kennuuf, magaaloota gara garaatti dameewwan isaa banaa jira. Haaluma kanaan torbaan kana keessa magaalaa Hararitti Damee Barakaa, magaalaa Awwadaayiitti Damee “Abubakar Al-Siddiiq”, magaalaa Haramayaatti damee”Hiikmaa” fi akkasumas magaalaa Dirree Dhawaattis eebbisiise jira.

Sirna Eebbaa magaaloota gara gaaratti geggeeffame kana irratti, hoggantoonni baankichaa, Ulamaa’onni, hoggantoonni majliisa fi hawaasni muslimaa argamuun qooda fudhatu odeeyfannoon ni addeessa.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Back to top button